score
float32 1.04
1.25
| Oromo
stringlengths 10
495
| Tumbuka
stringlengths 8
499
|
|---|---|---|
1.248845
|
Egaa isaan lama miti, foon tokko malee.
|
Ntheura mbaŵiriso yayi, kweni thupi limoza.
|
1.248328
|
Isaanis, "Yesuusin, namicha Naazireeti" jedhan.'
|
Iwo ŵakati: "Yesu Munazarete."
|
1.247983
|
"Ammas harka Waaqayyo isa isin jabeessu, dubbii ayyaana isaa isa qulqulloota isaa hunduma gidduutti dhaala isiniif kennuu dandda'uttis isin nan kennadha.
|
Sono nkhumukorezgani kwa Chiuta na ku mazgu ghakhe gha uchizi, gheneagho ghakumanya kumuzengani imwe na kumupani chiharo mukati mu wose awo ŵali kutuŵiskika.
|
1.24755
|
Ilamaikku idhudhaan ucha kattam,
|
Penepapo mungelo wakafumako kwa iyo.
|
1.245386
|
Egaa isin hamoota taatanii utuu jirtanii, ijoollee keesaniif kennaa gaarii kennuu erga beektanii, abbaan keessan inni waaqa keessaa immo hammam isin caalaa warra isa kadhataniif waan gaggaarii kenna"
|
Ntheura, usange imwe mukumanya kupeleka vyawanangwa viwemi ku ŵana ŵinu, ipo chomene kwakuluska Ŵawiskemwe awo ŵali kuchanya ŵapelekenge vinthu viwemi ku awo ŵakuŵalomba.'
|
1.243243
|
Isin garuu rifeensi mataa keessanii cuftinuu lakkaa'amaa dha.
|
Kweni nanga ni masisi gha mu mitu yinu ghose ghali kupendeka.
|
1.242866
|
48 Abbootii aangoo keessaa yookaan Fariisota keessaa namni tokkolleen isatti amaneeraa?
|
48 Kasi walipo yumoza wa ŵalongozgi panji Ŵafarisi uyo wapulikana mwa iyo?+
|
1.242519
|
12 Mudaa kan qabnu waan taaneef, hundi keenya cubbuu ni raawwanna.
|
12 Tose tikwananga chifukwa chakuti ndise ŵambura kufikapo.
|
1.240805
|
Qajeelinnii fi jal'inni maal walitti qabuu?
|
Pakuti urunji ukukolerana wuli na kwananga? . . .
|
1.2405
|
Namni michuu biyya lafaa ta'uu barbaadu, diina Waaqayyoo of in godha."
|
Ntheura, waliyose uyo wakukhumba kuŵa mubwezi wa charu, wakujizgora mulwani wa Chiuta.+
|
1.239944
|
Egaa isin hamoota taatanii utuu jirtanii, ijoollee keesaniif kennaa gaarii kennuu erga beektanii, abbaan keessan inni waaqa keessaa immo hammam isin caalaa warra isa kadhataniif waan gaggaarii kenna"
|
Ntheura, usange imwe, nangauli muli ŵaheni, mukumanya kupeleka vyawanangwa viwemi ku ŵana ŵinu, ipo kuli wuli Awiskemwe ŵakuchanya?
|
1.237171
|
Taʼus fedhiin koo utuu hin taʼin, fedhiin kee haa taʼu."
|
Ndipouli, khumbo linu lichitike, lane chara."
|
1.236206
|
Abboommiin hundumaa irra caalu inni duraa isa kana.
|
Ili ndilo ni languro likuru chomene na lakwamba.
|
1.236206
|
Abboommiin hundumaa irra caalu inni duraa isa kana.
|
Ili ndilo ni languro likuru chomene na lakwamba.
|
1.235907
|
Egaa isin hamoota taatanii utuu jirtanii, ijoollee keesaniif kennaa gaarii kennuu erga beektanii, abbaan keessan inni waaqa keessaa immo hammam isin caalaa warra isa kadhataniif waan gaggaarii kenna"
|
Ntheura, usange imwe, nangauli muli ŵaheni, mukumanya kupeleka vyawanangwa viwemi ku ŵana ŵinu, ipo kuli wuli Adada ŵakuchanya?
|
1.235038
|
17 Dubartii hiyyeettii abbaan manaa irraa duʼee fi bara Yesuusitti turtes yaadaa.
|
17 Ghanaghaniraniso za chokoro chikavu cha mu nyengo ya Yesu.
|
1.23447
|
22 Yihudaa nama biyya Keriyot utuu hin ta'in, Yihudaa inni tokko, "Gooftaa, attamitti ati biyya lafaatti utuu hin ta'in nutti of mul'ifta ree?" ittiin jedhe*.
|
22 Yudasi+ munyake, Isikariyoti yayi, wakati kwa iyo: "Fumu, chifukwa wuli mukukhumba kujilongora kwa ise, ku charu yayi?"
|
1.233413
|
"Dubbiin kee miilla kootiif ibsaadha, daandii koo irrattis in ifa."
|
"Mazgu ghinu ni nyali ku malundi ghane, na ungweru mu nthowa yane."
|
1.232755
|
Haati Gooftaa kootii gara kootti kan dhuftu ani eenyu? ..........." jechuudhaan ishee galateeffatte.
|
Ndine njani ine kuti mama wa Fumu yane wize kuzakanichezgera?
|
1.232184
|
40Ani dhugicha isan Waaqayyo irraa dhaga'e isinitti himeera; isin garuu ana nama akkasii ajjeesuu barbaaddu; Abrahaam akka kana hin hojjenne.
|
40 Kweni sono mukukhumba kunikoma, na munthu ine namuphalirani unenesko uwo nkhapulika kwa Chiuta.+ Abrahamu wakachita ichi chara.
|
1.231966
|
"Egaa ani sii wajjin waanan jiruuf hin sodaatin!
|
Kopa chara, nili namwe;
|
1.231705
|
'Yaa Abbaa, sa'aatii kana jalaa na baasi' jedhuu? akkasii miti; sababiini ani gara sa'aatii kanaa dhufeef kanuma.
|
Adada, niponoskani ku ora ili.+ Ndipouli, ndicho chifukwa nizira ku ora ili.
|
1.231704
|
Ajajni isheen duraa fi guddaan kanadha.
|
Ili ndilo ni languro likuru chomene na lakwamba.
|
1.231268
|
Waan siif Gaarii isaatu sirra siif beeka.
|
Iyo ndiyo wakumanya icho ntchiwemi kwa ise.
|
1.231148
|
Ergamichis akkana jedheen "Yaa Maariyaam hin sodatiin Waaqayyoo
|
30 Mungelo wakati kwa iyo: "Kopa chara Mariya, pakuti watumbikika na Chiuta.
|
1.23081
|
oo ha iigu yeedhin Jim.
|
ndipo osanditcha Jim.
|
1.230619
|
40Ani dhugicha isan Waaqayyo irraa dhaga'e isinitti himeera; isin garuu ana nama akkasii ajjeesuu barbaaddu; Abrahaam akka kana hin hojjenne.
|
40 Kweni sono mukukhumba kunikoma, na munthu ine namuphalirani unenesko uwo nkhapulika kwa Chiuta.+ Abrahamu wakachita ichi chara.
|
1.230609
|
Biyya lafaafi wanta biyya lafaa jaallachuutti hinhidhiinaa jedha.
|
Ni Songo Funa Shango Kana Zwithu Zwi Re Khaḽo
|
1.230418
|
37 Ani isin sanyii Abrahaam akka taatan beeka.
|
37 Nkhumanya kuti ndimwe mphapu ya Abrahamu.
|
1.229466
|
Pheexiroosiif ergamoonni warri kaan garuu deebisanii "Nuyi namaaf abboomamuu irra, Waaqayyoof abboomamuutu nu irra jira.
|
Ŵapositole ŵakazgora mwachikanga kuti: "Tikwenera kupulikira Chiuta nga muwusi m'malo mwa ŵanthu."
|
1.22933
|
"Dubbiin kee miilla kootiif ibsaadha, daandii koo irrattis in ifa.
|
"Mazgu ghinu ni nyali ku malundi ghane, na ungweru mu nthowa yane."
|
1.229226
|
30 Dhuguman isinitti hima, wanti kun hundinuu hamma raawwa tamutti dhaloonni si'anaa kun hin darbu.
|
30 Nadi nkhumuphalirani kuti muwiro uwu umalenge chara m'paka vinthu vyose ivi vichitike.+
|
1.229028
|
Utuu ana beektaniittu taʼee, Abbaa koos ni beektu turtan" jedhee deebiseef.
|
Muŵenge kuti mukunimanya, mphanyi mukumanyaso Adada."
|
1.22889
|
Cubbuuwwan ciccimoo taʼan sana matumaa irra deebiʼee hin raawwanne.
|
Iyo wakawerezgaso yayi kuchita zakwananga zikuru.
|
1.228604
|
Mooraa lama tajaajiluu hin danda'anii.
|
Palije Uyo Wangateŵetera Ŵenenchito Ŵaŵiri
|
1.228414
|
9 Akkuma Nohi, 'hojiin Gooftaa akka nuuf baayʼatu' carraaqna.
|
9 Nase tili na "vyakuchita vinandi mu mulimo wa Fumu" nga ni Nowa.
|
1.226095
|
4Eegaa akka gammachuun teenya guutamtuuf jecha, kana hundumaa isiniif barreeysina.
|
4 Choncho tikulemba zimenezi kuti tikhale ndi chimwemwe chachikulu.+
|
1.225627
|
Maccafni Qulqulluun waâ e kana akkas jedha: â Caaffanni qulqullaa'aan hundinuu geggeessaa hafuura Waaqayyootiin caafame; barsiisuuf , balleessaa hubachiisuuf , qajeelchuuf , qajeelummaattis leejjisuudhaaf dhimma in baasa .
|
16 Malemba ghose ngakupelekeka na Chiuta+ kwizira mwa mzimu ndipo ngachandulo pa kusambizga,+ kuchenya, kunyoloska* vinthu, na kulanga mu urunji,+
|
1.224909
|
Cubbuu keenya isatti himachuu qabna.
|
Tikwenera kumuphalira zakwananga zithu.
|
1.224908
|
24 Waaqni Hafuura; warri isa Waaqeffatanis Hafuuraa fi dhugaadhaan Waaqeffachuu qabu.
|
24 Chiuta ni Mzimu,+ ndipo awo ŵakumusopa ŵakwenera kumusopa mu mzimu na mu unenesko."+
|
1.224257
|
Egaa Daawit ofii isaatii 'Gooftaa koo' jedhee erga isa waamee, attamitti immoo ilma isaa ta'a ree?" jedhe.
|
44 Usange Davide wakamuchema kuti Fumu, kasi wangaŵa wuli mwana wake?"
|
1.223799
|
"Bakka hafuurri Yihowaa [jiru] bilisummaan jira." - 2 QOR.
|
"Apo pali mzimu wa Yehova, pali wanangwa." - 2 KOR.
|
1.223581
|
32 Kana caalaa maal dubbachuun dandaʼa ree?
|
32 Ndipo kasi ningayowoyaso vichi?
|
1.223236
|
haaa i miss you baba
|
tikusoŵerwa, Ŵadada.
|
1.222696
|
Isin keessaa nama attamiitu ilmi isaa buddeena yoo isa kadhate, dhagaa kennaafii ree?
|
9 Ni njani pakati pinu uyo usange mwana wake wakupempha chingwa, wamupenge libwe?
|
1.222648
|
24 Waaqayyo hafuura; warri isaaf saga danis hafuuraa fi dhugaadhaan isaaf sagaduun in ta'aaf" ittiin jedhe*.
|
24 Chiuta ni Mzimu,+ ndipo awo ŵakumusopa ŵakwenera kumusopa mu mzimu na mu unenesko."+
|
1.222535
|
24 Warri dorgommii fiigichaa irra jiran hundi akka fiigan, taʼus badhaasicha kan argatu isa tokko qofa akka taʼe hin beektanii?
|
24 Kasi mukumanya yayi kuti awo ŵakuchimbira mu chiphalizgano wose ŵakuchimbira, kweni yumoza pera ndiyo wakupokera njombe?
|
1.222434
|
Oo seeftayduna i badbaadin mayso.
|
Ndipo lupanga lwane lunganiponoska yayi.+
|
1.222156
|
11 Wanta Daawit gochuu hin dandeenye: Daawit wanta raawwate duubatti deebisuu hin dandaʼu ture.
|
11 Ivyo Davide wakawona kuti wangachita yayi: Palije icho Davide wakate wachitenge kuti wasinthe ivyo wakachita.
|
1.221259
|
Isaanis, "Yesuusin, namicha Naazireeti" jedhan.'
|
Ŵanthu ŵara ŵakazgora kuti: "Yesu Munazarete."
|
1.220333
|
Wanti hundu yeroofi bara qaba.
|
"Kanthu kose kali na nyengo yake na yake." - MUPH.
|
1.219759
|
Ati namaaf akka hojii isaatti , gatii isaa in deebifta !
|
Ndipo wamuwezgerenge munthu waliyose kuyana na mulimo wake.+
|
1.219
|
18 Maarree badhaasni koo maali dha?
|
18 Ipo njombe yane ni vichi pera?
|
1.218724
|
Isaan waan nyaatan dhabnaan, Yasuus bartoota isaa waamee isaanitti dubbatee, 2 "Namoonni kun guyyaa sadan kana anaa wajjin turan, nyaatas waan isaan hin qabneef hunduma isaa niif nan oo'a.
|
Pamanyuma, Yesu wakaphalira ŵasambiri ŵake kuti: "Nili na chitima na mzinda, chifukwa ŵakhala nane mazuŵa ghatatu kweni ŵalije kakuti ŵarye.
|
1.218488
|
Biyya lafaafi wanta biyya lafaa jaallachuutti hinhidhiinaa jedha.
|
'Mungatemwanga charu chara nesi vinthu ivyo vili mu charu.
|
1.218027
|
Sababni isaas Gooftaan Duuka Bu'oota isaatiin "Kan keessan garuu Iji keessan waan arganiif, gurri keessan waan dhaga'aaniif kan eebbifamtanidha" jedheera waan ta'eef.
|
Yesu wakati: "Imwe muli ŵakukondwa chifukwa maso ghinu ghakuwona, ndipo makutu ghinu ghakupulika.
|
1.217259
|
Yaa banii Aadama.
|
E jenumanja ŵanache ŵa Adam!
|
1.216366
|
Ani illee akka isaan hafuuricha baasaniif bartoo ta kee gaafadheera; isaan garuu isa baasuu hin dandeenye" jedhe.
|
Nanguphalira ŵasambiri ŵinu kuti ŵawufumiske, kweni ŵangutondeka."
|
1.216346
|
Kanaafis waan Waaqayyo walitti qabsiise, namni gargar hin baasin.
|
Chifukwa chake ichi chomwe Mulungu adachimanga pamodzi, asachilekanitse munthu.
|
1.21566
|
41 Isin hojii abbaa keessanii hojjechaa jirtu."
|
41 Imwe mukuchita milimo ya wiskemwe."
|
1.21566
|
41 Isin hojii abbaa keessanii hojjechaa jirtu."
|
41 Imwe mukuchita milimo ya wiskemwe."
|
1.215544
|
12 "Ani ammallee waan isinitti himu baay'ee qaba; isin garuu amma baachuu hin dandeettan.
|
12 "Nichali na vinthu vinandi vyakuti nimuphalirani, kweni mungavipulikiska sono chara.
|
1.215225
|
Waaqayyo akka nuyi isaan jireenya argannuuf, tokkicha ilma isaa gara biyya lafaatti erge;kanaan jaalalli Waaqayyoo nu gidduutti in mul'ate."
|
Likuti: "Chitemwa cha Chiuta chikawoneka kwa ise mu nthowa iyi, Chiuta wakatuma Mwana wake wapadera mu charu, mwakuti tisange umoyo kwizira mwa iyo.
|
1.215134
|
guddaa sin godha, sin eebbisa,
|
Wakati: "Tindikuzgore iwe uŵenge mtundu ukuru, ndikutumbikenge."
|
1.21513
|
28 Ergan du'aa kaafamee booddee garuu, isin dura Galiilaa nan dhaqa" isaaniin jedhe.
|
28 Kweni para nawuskika, nizamudangira munthazi mwinu kuya ku Galileya."+
|
1.215061
|
15 Dhugaa dubbachuuf, hamma guyyaa harʼaatti, yeroo kitaabonni Musee dubbifaman hundatti garaan isaanii akkuma haguugametti jira.
|
15 Nakuti m'paka muhanya uno, nyengo yiliyose para mabuku gha Mozesi ghakuŵazgika,+ chidiko chikubenekelereka pa mitima yawo.+
|
1.214911
|
16 Amma garuu iddoo isa caalu, jechuunis isa kan samii taʼe argachuuf carraaqqii gochaa jiru.
|
16 Kweni sono ŵakunwekera malo ghawemi chomene, ndiko kuti, gha kuchanya.
|
1.214903
|
annagaa og kuwa mudnaan badan galidda naarta.
|
"Ndipo Ife tikuwazindikira kwambiri amene ali oyenera kulowa m'Moto.
|
1.214667
|
2 Yaada garaa keessanii wanta waaqa irra jirutti hidhaa malee, wanta lafa irra jirutti hin hidhinaa!
|
2 Ŵikani maghanoghano ghinu pa vinthu vya kuchanya,+ pa vinthu vya charu chapasi yayi.+
|
1.214525
|
Akkana jedhe: "Yaa Abbaa, yoo fedhii kee taʼe xoofoo kana ana irraa fageessi.
|
Iyo wakati: "Adada, usange mukukhumba, sezganiko nkhombo iyi kwa ine.
|
1.214174
|
11 Qubeewwan guguddaa akkamiitiin harkuma kootiin akkan isiniif barreesse ilaalaa.
|
11 Wonani namulemberani mu malemba ghakurughakuru na woko lane na lane.
|
1.213912
|
'Yaa Abbaa, sa'aatii kana jalaa na baasi' jedhuu?
|
Adada, niponoskani ku ora ili."
|
1.213898
|
Abrahaam, ilmisaa Yisihaq durboota Kanaʼaan keessaa akka fuudhu barbaadee turee?
|
Kasi Abrahamu wakakhumba kuti mwana wake Yisake watore mwanakazi mu Kenani?
|
1.213729
|
Yesuusis, "Isin anas taʼe Abbaa koo hin beektan.
|
Yesu wakazgora kuti: "Ine mukunimanya chara nesi Adada.
|
1.213385
|
Eebbaa mudan inaad ka cabsataan haddaad mu'miniin tihiin.
|
Ŵahaŵi ŵakopa usange ndimwe ŵakupulikana apo muli.
|
1.212613
|
Kunis akka ati Waaqa biraa dhufte nu amansiisa."
|
Na ichi tikugomezga kuti muli kufuma kwa Chiuta."
|
1.212613
|
Jireenya kee irratti kan jalqaba dhiibbaa guddaa uumu eenyu?
|
Kasi Ni Njani Uyo Ngwakuzirwa Chomene pa Umoyo Winu?
|
1.212512
|
Akkasumas yeroo "rakkinni guddaan" itti jalqabu saffisiisuuf homaa gochuu hin dandeenyu.
|
Ndipo palije icho tingachita kuti "suzgo yikuru" yambe mwaluŵiro.
|
1.212218
|
Macaafa Qulqulluu Kaffaltii Malee Barachuu Barbaaddaa?
|
Kasi mungatemwa kuti munthu wamusambizganinge Baibolo kwambura kulipira?
|
1.211541
|
30 Dhuguman isinitti hima, wanti kun hundinuu hamma raawwa tamutti dhaloonni si'anaa kun hin darbu.
|
32 Nadi nkhumuphalirani kuti, muwiro uwu umalenge chara m'paka vinthu vyose vichitike.+
|
1.210938
|
Attamittis ija kee siif bane?" jedhanii gaafatan.
|
Wangujura wuli maso ghako?"
|
1.210889
|
3 Waaqayyo rakkinni akka jiraatu maaliif heyyame jedhanii gaafachuun dogoggoradhaa?
|
3 Kasi nkhwananga kufumba chifukwa icho Chiuta wakughalekelera waka masuzgo agho ghakuchitika?
|
1.209839
|
Ragaa Duukabuutummaa " Jalala yoo waliif qabattan, kanaan namoonni hundinuu akka isin bartoota koo taatan in beeku" Yohaannis 13:35
|
Usange mukutemwana, wose ŵamanyenge kuti ndimwe ŵasambiri ŵane." - Yohane 13:33-35.
|
1.209332
|
Afrikaan biyyoota 54 qabdi.
|
Afrika yilina vyaru 54.
|
1.208407
|
48 Yoo akkasumatti isa dhiifne namni cufti isatti amana; warri Roomaas dhufanii bakka keennaa fi saba keenna nurraa fudhatu."
|
Usange tikumulekelera waka, ŵanthu wose ŵapulikanenge mwa iyo, ndipo Ŵaroma ŵizenge na kupoka malo ghithu na mtundu withu wuwo."
|
1.207988
|
Abboommiin hundumaa irra caalu inni duraa isa kana.
|
Ili ndilo ni dango likuru chomene na lakwamba.
|
1.207564
|
27 Namni Yaadda'uudhaan bara jireenya isaa irratti sa'aatii tokkollee ida'achuu danda'u isin keessaa eenyu?
|
25 Ni njani wa imwe uyo chifukwa cha kwenjerwa wangasazgirako ora limoza* ku umoyo wake?
|
1.207369
|
37 Ani isin sanyii Abrahaam akka taatan beeka.
|
37 Nkhumanya kuti ndimwe mphapu ya Abrahamu.
|
1.206954
|
40 Kana booddee bartoota isaatiin, "Maaliif sodaatoo taatan?
|
40 Sono wakati kwa iwo: "Chifukwa wuli mukopa nthena?
|
1.206815
|
24 Waaqni Hafuura; warri isa Waaqeffatanis Hafuuraa fi dhugaadhaan Waaqeffachuu qabu."
|
24 Chiuta ni Mzimu,+ ndipo awo ŵakumusopa ŵakwenera kumusopa mu mzimu na mu unenesko."+
|
1.206458
|
Akka inni itti murtoo godhu, namni qoree bira hin ga'u! karaa isaas namnni faana dha'ee hin hubatu!
|
Vyeruzgo vyake ni vyambura mapenjeko ndipo nthowa zake ni zambura kubowozgeka!
|
1.205965
|
5 Garraamummaan keessan nama hundumaa biratti haa beekamu!
|
5 Mahara ghinu+ ghamanyikwe ku ŵanthu wose.
|
1.20589
|
Yesus, "Iddoo namoonni lama yookiis sadii maqaa kootiin walitti qabamanitti, ani achitti isaan gidduutti nan argama" jedhe.
|
14 Yesu wakati: "Apo pali ŵaŵiri panji ŵatatu ŵawungana pamoza mu zina lane, nane nili pakati pawo."
|
1.204255
|
4 Nuti karaa Kiristoos Waaqayyo irratti amanannaa akkasii qabna.
|
4 Tili na chigomezgo ichi mwa Chiuta kwizira mwa Khristu.
|
1.204078
|
Iddoo namoonni lama yookiis sadii maqaa kootiin walitti qabamanitti ani achitti isaan gidduutti nan argama'.
|
Pakuŵa pakusimana ŵandu ŵaŵili kapena ŵatatu Mlina Lyangu, None jwakwe ndili nawo papopo."
|
1.204006
|
linda te amoo bbi.
|
Linda nayo wakazomerezga kuti tilute.
|
1.203604
|
56 Abbaan keessan Abrahaam guyyaa kiyya arguuf gammadee ture; innis ni arge; ni gammades.
|
Ndipo wakati: "Wiskemwe Abrahamu wakasekelera chomene apo wakalindiliranga kuti wawone zuŵa lane, ndipo wakati waliwona wakasekelera."
|
1.203363
|
Siinqeen hiika hedduu qaba.
|
Nikwimikenge pa vinthu vinandi.
|
1.202608
|
Hedduu dansaadha.
|
Ŵakapharazgira ŵanthu ŵanandi.
|
1.202462
|
24 Ani cubbuu keessaniin ni duutu kanan isiniin jedhes kanumaafi.
|
24 Lekani nangumuphalirani kuti: Mufwirenge mu zakwananga zinu.
|
Subsets and Splits
No community queries yet
The top public SQL queries from the community will appear here once available.