score
float32 1.04
1.24
| Hausa
stringlengths 10
500
| Oromo
stringlengths 10
494
|
|---|---|---|
1.24257
|
Duk mai jin ƙishirwa, yă zo; duk mai bukata kuma, yă ɗibi ruwan rai kyauta.
|
Namni dheebote haa dhufu, namni bishaan barbaadus utuu gatii itti hin baasin bishaan jireenya kennu haa fudhatu" jedhee (Mul'ta 21:6;22:7).
|
1.240026
|
To, in Dawuda ya kira shi 'Ubangiji,' yaya zai zama ɗansa?"
|
Egaa Daawit ofii isaatii 'Gooftaa koo' jedhee erga isa waamee, attamitti immoo ilma isaa ta'a ree?" jedhe.
|
1.235757
|
Duk da haka, ranar Ubangiji za ta zo kamar ɓarawo, sa'an nan sammai za su shuɗe da ƙara mai tsanani, dukkan abin da yake a cikinsu za su ƙone, su hallaka, ƙasa kuma da abubuwan da suke a kanta, duk za su ɓăce.
|
Guyyaan Gooftaa immoo akka hattuun dhuftutti ni dhufa; guyyaa sanatti bantiiwwan waaqaa sagalee guddisee diduchuun ni dhidhimu; ijoon uumama lubbuu hin qabne hundinuu ho'a ibiddaatiin wal ni gad dhiisa; lafti, wanti isa irratti hojjetame hundinuus gubatanii ni badu.
|
1.235218
|
8; Shin, ba Mu sanya masa idãnu biyu ba?
|
(8) Miyaannaan u yeelin Laba indhood.
|
1.234062
|
"Ku ci daga mãsu dãɗin abin da Muka azurta ku.
|
" Wantoota gaggaarii Nuti isiniif kennine irraa nyaadhaa.
|
1.233713
|
ko ɗaya a cikinsu kuwa ba shi fāɗuwa a ƙasa ba sai da sanin Ubanku: amma har da gasussuwan kanku dukansu an ƙididdige su.
|
Isaan keessaa tokkoyyuu fedhii Abbaa keessanii malee lafa hin buutu.
|
1.232166
|
Ba akan sayar da kanari biyu kobo ɗaya ba?
|
"Simbirroonni lama beessee tokkotti gurguramuu mitii?
|
1.231912
|
38Saboda haka ku roƙi Ubangijin girbi, yă aiko da ma'aikata cikin gonarsa na girbi."
|
hojjattoota erguuf kadhadhaa."
|
1.231848
|
16:31 Don haka suka ce, "Ku yi imani da Ubangiji Yesu, sannan kuma zaka sami ceto, tare da iyalinka. "
|
" Hojii Ergamootaa 16:31 ofeeggannoo guddaadhaan akkas jedha, "Gooftaa Yesusitti amani ati ni fayyitaa!
|
1.227433
|
Amma Solomon ne ya gina masa gida.
|
Yasaloona ayyana yawmu alddeeni;
|
1.225472
|
Sai ya ce, "Ina fa zan iya, in ba dai wani ya fassara mini ba?"
|
Namichi ammoo 'utuu namni anaaf hin ibsin attamittiinan hubachuu danda'aa? jedhee deebise.
|
1.225118
|
Wanda kuwa ya zama ciki halin rashin lafiya ko tafiya, to (ya aje) sai wasu ranakun.
|
Namni dhukkubsataa yookiin kara deemaa ta'e, guyyaa biraa irraa lakkaawwachuutu (isa irra jira).
|
1.222378
|
10:31 Saboda haka, ko ka ci, ko abin sha, ko duk abin da kuma ka iya yi, yi dukan abin da ɗaukakar Allah.
|
31 Kanaaf, yoo nyaattan yookiin yoo dhugdan yookiin wanta kam iyyuu yoo gootan, wanta hundumaa ulfina Waaqayyootiif godhaa.
|
1.221997
|
Duk da haka, kada ku yi farin ciki da cewa, kun sha ƙarfin ruhohi, amma ku yi farin ciki, domin an rubuta sunayenku a sama."
|
Garuu sababii maqaan keessan samii keessatti barreeffameef gammadaa malee sababii hafuuronni isinii ajajamaniif hin gammadinaa."
|
1.221665
|
Tun da Dawuda ya kira shi Ubangiji ne, to, ƙaƙa zai zama ɗansa?'"
|
Egaa Daawit ofii isaatii 'Gooftaa koo' jedhee erga isa waamee, attamitti immoo ilma isaa ta'a ree?" jedhe.
|
1.216378
|
Yaushe ne Mulkin Allah zai zo?
|
Mootummaan Waaqayyoo Yoom Dhufa?
|
1.216331
|
Kuma me ya sa ake wannan bã ni, har da uwar Ubangijina za ta zo gare ni?"
|
Haati Gooftaa kootii gara kootti kan dhuftu ani eenyu? ..........." jechuudhaan ishee galateeffatte.
|
1.211843
|
Gama shi da kansa ne ya kawo salama a tsakanin Yahudawa da Alʼummai wanda ya mai da biyu nan suka zama ɗaya, ya rushe katangan nan ta ƙiyayya wadda ta raba mu.
|
"Kiristoos Nagaa Keenya; Dhiigasaan diinummaa nu gidduu ture diigee warra Yihuudotaafi warra kaan tokko godhe.
|
1.209645
|
Mahukuncin dukan duniya ba zai yi adalci ba?"
|
Jajjabina guddaa kanaan boqonnaan ta'a."Abbaan firdii guutummaa biyya lafaa firdii ta'u ni kenna mitii ree?"
|
1.209361
|
Idan iyayenmu tsofaffi suna bukatar taimako kuma fa?
|
Warri keenya dullooman gargaarsi yoo isaan barbaachise hoo?
|
1.207951
|
Yesu ya dube su ya ce, "Ga mutum kam, wannan ba ya yiwuwa, amma ga Allah kuwa, dukan abubuwa masu yiwuwa ne."
|
Yesus immoo gara isaanii ilaalee, "namootaaf hin danda'amu, Waaqayyoof garuu akkas miti; Waaqayyoof waanti hundinuu ni danda'ama" jedhe
|
1.207816
|
Amma wasu da suke bauta wa gumaka a dā suna ganin cin irin wannan naman ɗaya yake da bauta wa gunki.
|
Haa taʼu malee, warri duraan waaqolii tolfamoo waaqeffachaa turan, foon sana nyaachuun waaqolii tolfamoo waaqeffachuu akka taʼe isaanitti dhagaʼama ture.
|
1.207001
|
10 Domin Musa ya ce, 'Ka girmama mahaifinka da mahaifiyarka,' da kuma, 'Wanda ya zagi mahaifinsa ko mahaifiyarsa, sai lalle a kashe shi.'
|
10 Museenoo, 'Abbaa keetii fi haadha keetiif ulfina kenni!' iddoo biraatti immoo, 'Abbaa isaatii fi haadha isaa irratti hamaa kan dubbatu haa du'u!' jedheera.
|
1.205502
|
Mun yi duk sun ɓace kamar tumaki, kowa ya kama hanya, amma duk mu bashi, da Ubangiji a gare shi.
|
Nutti hundumti keenya akka hoolota karaa irraa badnee turre, adduma addaanis kara-karaa in gore; Waaqayyo garuu yakka hunduma keenyaa isa irra in kaa'e.
|
1.203285
|
Ko me mutum zai bayar a madadin ransa??
|
Ama nin muxuu u bixiyaa naftiisa beddelkeeda?"
|
1.202148
|
Ã'a, mafi yawan mutãne ba su sani ba.
|
Hase yeeshee, intooda badani ma yeeshaan raandhiis.
|
1.201589
|
70Sa'an nan kuma lalle Mũ ne Mafi sani ga waɗanda suke sũ ne mafiya cancantar ƙõnuwa da ita.
|
(70) annagaa og kuwa mudnaan badan galidda naarta.
|
1.201262
|
Lalle Mũ, kamar haka Muke aikatãwa game, da mãsu laifi. (34)
|
Annaguna saasaan kufalla dambiilayaasha.
|
1.19942
|
(Misalai 27:11) Kai ma za ka iya yin haka ta wajen zaɓan tafarki mai kyau na rayuwa.
|
(Fakkeenya 27:11) Atis daandii jireenyaa sirrii ta'e filachuudhaan kana gochuu ni dandeessa.
|
1.199125
|
Ni kuma ina da tabbaci a cikin Ubangiji cewa zan zo ba da daɗewa ba.
|
Inka akka nti ra nen ni lanja ni ani andhi.
|
1.197794
|
Mene ne zai taimaka mana mu ci gaba da kasance wa masu tawali'u har abada?
|
Bara baraaf gad of deebisnee jiraachuuf maaltu nu gargaara?
|
1.197322
|
Amma Allah yayi alƙawarin cewa idan kun "Koyar da yaro yadda ya kamata ... lokacin da ya tsufa kuma ba zai rabu da shi ba."
|
22:6 "Akka itti jiraachuun ta'u mucaa barsiisi, innis yeroo dulloomu iyyuu irraa hin kaatu.
|
1.196204
|
Ba ana sayar da kanari biyar a kan kobo biyu ba?
|
"Simbirroonni lama beessee tokkotti gurguramuu mitii?
|
1.195306
|
Amma bisa ga alkawarinsa muna jiran sababbin summai da sabuwar ƙasa a inda adalci zai yi zamansa.
|
Nuyi garuu akka abdii inni nuuf kenneetti bantiiwwan waaqaa haaraa, lafa haaraas warra qajeelummaan keessa buufatu ni eegganna.
|
1.194407
|
35 Ai, kowa ya yi abin da Allah ke so, shi ne ɗan'uwana, ita ce 'yar'uwata, ita ce kuma tsohuwata."
|
35Jaalala Waaqayyoo kan godhu eenyu iyyuu obboleessa koo ti, obboleettii koo ti, haadha koo tis" jedhe.
|
1.193265
|
َ015-007 "Dõmin me bã zã ka zo mana da malã'ĩku ba idan ka kasance daga mãsu gaskiya?"
|
(7) Maad malaa'ig noo keentid haddaad run Sheegi.
|
1.193116
|
"Inda ruhun Ubangiji yake, nan akwai 'yanci." - 2 KOR.
|
"Bakka hafuurri Yihowaa [jiru] bilisummaan jira." - 2 QOR.
|
1.192401
|
32 Amma ya ce musu, "Ina da abincin da ba ku sani ba."
|
32 Inni garuu deebisee, "Ani nyaata isin hin beekne kanan nyaadhu qaba" isaaniin jedhe.
|
1.192072
|
To, yanzu na danƙa ku ga Ubangiji, maganar alherinsa kuma tă kiyaye ku, wadda ita take da ikon inganta ku, ta kuma ba ku gādo tare da dukan tsarkaka.
|
"Ammas harka Waaqayyo isa isin jabeessu, dubbii ayyaana isaa isa qulqulloota isaa hunduma gidduutti dhaala isiniif kennuu dandda'uttis isin nan kennadha.
|
1.191471
|
da iko na ban da shi daga Littafi Mai Tsarki.
|
Macaafa qulqulluu,oromo bible macaafa qulqulluu,oromo bible macaafa.
|
1.191337
|
Yana ba daidai da Littafi Mai Tsarki.
|
Macaafa qulqulluu,oromo bible macaafa qulqulluu,oromo bible macaafa.
|
1.191162
|
Almasihu ya ce: "Inda mutum biyu ko uku suka taru cikin sunana, ni ma ina nan a tsakiyarsu."
|
Yesus, "Iddoo namoonni lama yookiis sadii maqaa kootiin walitti qabamanitti, ani achitti isaan gidduutti nan argama" jedhe.
|
1.191016
|
Maganarka ita ce fitila a ƙafafuna, da haske a kan hanyata.
|
Dubbiin kee miila kootiif ibsaa dha, daandii koo irrattis in ifa.
|
1.190995
|
Allah ya halicci Adamu da farko kuma sai ya halicci Hawawa'u ta zama "mataimakiya" ga Adamu.
|
Waaqayyo Addaamiin jalqaba uume itti aansuudhaan akka isheen Addaamiif "gargaartuu" taatutti Hewwaaniin uume.
|
1.189512
|
A ranar shariʼa, za a fi jin tausayin Taya da Sidon fiye da ku.
|
Sitam-zadon se tabiiyat kaa haal mat puucho..!
|
1.189012
|
Kada ku ƙaunaci duniya ko wani abin da yake cikin duniya.
|
Biyya lafaafi wanta biyya lafaa jaallachuutti hinhidhiinaa jedha.
|
1.187993
|
Ka kara koya game da mu da kuma imaninmu.
|
Waaʼee keenyaafi wanta itti amannu caalaatti baradhu.
|
1.187967
|
da iko na ban da shi daga Littafi Mai Tsarki.
|
Aboo macaafa qulqulluu in gana.
|
1.187825
|
Ta yaya za mu kula da kanmu sa'ad da muka tsufa?
|
Yommuu dulloomnu of gargaaruu kan dandeenyu akkamitti?
|
1.187131
|
Amma bisa ga alkawarinsa muna zuba ido ga sabuwar sama da kuma sabuwar ƙasa, inda adalci zai yi zama.
|
Nuyi garuu akka abdii inni nuuf kenneetti bantiiwwan waaqaa haaraa, lafa haaraas warra qajeelummaan keessa buufatu ni eegganna.
|
1.185888
|
Mene ne wani annabi daga Yahuda ya yi, kuma mene ne ya same shi don hakan?
|
Raajiin Yihudaa maqaan isaa hin caqasamne tokko utuu maal hin godhin hafeera?
|
1.185674
|
Nikodimu ya ce masa, " ƙaƙa za a haifi mutum bayan ya tsufa?
|
Niqoodemos immoo, "Namni erga qancaree attamitti dhalachuu danda a?
|
1.185604
|
Aya ta 19 ta faɗi zaɓin da Allah ya ba Isra'ilawa.
|
Lakkoofsi 19, filannoo Waaqayyo Israaʼelootaaf dhiheessee ture ibsa.
|
1.185439
|
Da kun san ni, da za ku san Ubana ma."
|
Utuu ana beektaniittu taʼee, Abbaa koos ni beektu turtan" jedhee deebiseef.
|
1.185438
|
"Kada ku kasance affraid waɗanda suka kashe jiki amma ba zai iya kashe rai.
|
Gooftaa Yesus "Warra foon namaa ajjeesanii lubbuu garuu ajjeesuu hin dandeenye hin sodaatinaa!
|
1.185317
|
Nikodimu ya ce masa, " ƙaƙa za a haifi mutum bayan ya tsufa?
|
Niqoodemos immoo, "Namni erga qancaree attamitti dhalachuu danda'a?
|
1.185216
|
"Abu mai kyau ne, mai daɗi kuma, ga jama'ar Allah su zauna tare kamar 'yan'uwa!
|
"Ilaa, obboloonni walii wajjin jiraachuun, attam gaaridha, attam namatti tolas!
|
1.184841
|
A duk lokacin da suka tuba, Jehobah yana nuna musu ƙauna da jin ƙai kuma ya ce: "Zan warkar da ɓaraicinsu, zan ƙaunace su ["da son raina," NW ]."
|
Garaadhaa yommuu yaada geddaratan, Yihowaan fedhuma isaatiin jaalalaa fi araara isaa akka isaanitti argisiisu yommuu ibsu, "Ana irraa garagaluu isa dhukkuba itti taʼe irraa isaan nan fayyisa . . .
|
1.184364
|
Shin, wane ne Gog na Magog?
|
Goog Inni Biyya Maagoog Eenyu?
|
1.183795
|
Allah ya yi wannan domin mutane su neme shi mai yiwuwa kuma su lalluba su same shi, ko da yake ba shi da nisa daga kowannenmu.
|
Kanas Waaqayyoon akka isaan barbaadaniif, qaqqabataniis akka isa argataniif godhe; amma illee Waaqayyo hunduma keenyatti fagoo miti.
|
1.183691
|
ne Allah Ya halicci sammai bakwai
|
" (Rabbiin) Isa samii torba wal jalaa gubbaan uumedha.
|
1.182418
|
Allah Ya miki zaɓin nagari.
|
Waaqayyo filannoo siif kenneera.
|
1.181275
|
Sai Bitrus ya ce, "Faufau, ba za ka taɓa wanke ƙafafuna ba."
|
Phexrosis, "Yoom iyyuu taanaan miilla koo hin dhiqxu" jedheen.
|
1.180715
|
Sa'an nan kuma Allah Ya karÉ"i tÅ©ba daga bãyan wancana kan wanda Ya so.
|
Fa Qadarullaahi wa ma shaa afaa Alaa (Verily, Allah decrees what He Wills).
|
1.180666
|
"[Jehobah] ya kiraye ku daga cikin duhu zuwa cikin haskensa mai-ban al'ajabi.
|
[Waaqayyo] dukkana keessaa gara ifa isaa isa dinqisiisaa taʼetti isin [waameera].
|
1.180519
|
30Lalle ne Ubangijinka Yanã shimfiɗa arzĩki ga wanda Yake so, kuma Yanã ƙuƙuntãwa.
|
Eebbahaa wuu u-fidiyaa rizqiga cidduu doono wuuna u-qaddaraa [cidhiidhiyaa cidduu doono] illeen Eebbe addoomadiisa waa oge arkee.
|
1.17933
|
4. yadda yake a rubuce a Littafin Annabi Ishaya cewa,"Muryar mai kira a jeji tana cewa,Ku shirya wa Ubangiji tafarki,Ku miƙe hanyoyinsa,
|
Macaafa Isaayaas raajichaa keessatti immoo, 3 sa galeen lafa onaa keessaa in iyya; dhaga'aa dhag geeffadhaa, gooftichaaf karaa tolchaa tii haraa, daandii inni irra adeemus qajeelchaa!" kan jedhu caafamee jira.
|
1.179026
|
" Dõmin me bã zã ka zo mana da malã'ĩku ba idan ka kasance daga mãsu gaskiya? "
|
Maad malaa'ig noo keentid haddaad run Sheegi.
|
1.179025
|
" Ka saki Banĩ Isrã'ila tãre da mu. "
|
Ee Dir "u Ogolow" Banii Israa'iil la jirkannaga.
|
1.179006
|
Saboda haka, domin ya hana ni yin girman kai, an ba ni wata ƙaya a cikin jiki, manzon shaidan, don azabta ni.
|
"Kanaafis ibsamuudhaan ol aantummaan akkan of hin jajne, waraansa foon kootii (waraansa cinaachaa fi dhukkubbii mataa):- innis kan na rakkisu ergamaan Seexanaa naaf kenname, kunis akkan of hin jajneefi.
|
1.178951
|
Shekaru nawa Yahaya Manzo ya rayu?
|
Imisa sano ayuu noolaa Yooxanaa Rasuulku?
|
1.178728
|
Ni ne burodin rai mai saukowa daga sama.
|
Nyaanni kunnis,nyaata samiirraa bu'ee addunyaa hundumaaf jireenya kennudha.
|
1.178553
|
25 Sai ya ce musu, "Ashe, ba ku taɓa karanta abin da Dawuda ya yi ba, sa'ad da ya matsu da yunwa, shi da abokan tafiyarsa?
|
25 Yasuus deebi see, "Daawit namoota isaa wajjin waan nyaatu dhabee yommuu beela'e, waan inni godhe isin takkaa hin dubbifnee ree?
|
1.178055
|
Ko "Me ya sa kake magana da ita?"
|
" yookaan "maaliif ishii wajjiin haasofta?
|
1.177499
|
Amma Allah ya tashe shi daga matattu, ya ʼyantar da shi daga azabar mutuwa, don ba ya yiwuwa mutuwa ta riƙe shi.
|
Waaqayyo garuu hidhaa du'aattii hiikee; inni harka du'aa jalatti qabamee turuu waan hin dandeenyeef, du'aa isa kaase.
|
1.177394
|
Ibrahim Shekarau har karo biyu.
|
Ibraahiim Hajii Alii waggaa lama guutuu mindaa tokko malee hojjetaa ture.
|
1.177339
|
Kana So Kullum Ka Kasance Na Farko?
|
Yeroo Hunda Dursa Argachuu Barbaaddaa?
|
1.177312
|
Masifu Horo ne Daga Wajen Allah?
|
Balaan uumamaa hunduu Waaqayyo irraatii?
|
1.17709
|
John 16: 12-13[1] "Har yanzu ina da abin da zan faɗa muku, amma ba ku iya ɗaukarsu yanzu.
|
12 "Ani ammallee waan isinitti himu baay'ee qaba; isin garuu amma baachuu hin dandeettan.
|
1.17639
|
Lalle ne Shĩ (Allah), bã Ya son mãsu ɓarna. (31)
|
Dhugumatti, Inni daangaa darbitoota hin jaallatu.
|
1.17614
|
Shi (¦an Maryama) bai zama ba fãce wani bãwa ne, Mun yi ni"ima a gare shi, kuma Muka sanya shi abin kõyi ga Banĩ Isrã"ĩla.
|
"Dhugumatti, Inni (Iisaan) gabricha Nuti isa irratti tola oolle fi ilmaan Israa'iliif fakkeenya taasifne malee waan biraati miti.
|
1.175962
|
Amma Solomon ne ya gina masa gida.
|
47Sa̱a̱ jnaan Salomón juu sꞌaa wꞌaaꞌñeen cwentaaꞌ Tyꞌo̱o̱tsꞌom.
|
1.175916
|
Ba mu da ʼyancin ci da sha ne?
|
Kan nyaannu fi dhugnu nuuf liqinfamaa?
|
1.175167
|
A'a, amma ya wofintar da kansa kuma ya ɗauki surar bawa ya zama mutum.
|
Inni ulfina sana gad dhiisee , akka waan , waan tokkotti hin galle of godhe; bifa garbummaa in fudhate; fakkaattii namummaatiin in dhalate , waan hundumaanis nama ta'ee argame .
|
1.17508
|
A rubuce yake a rubuce game da ni, cewa in aikata nufinka, ya Allah.
|
Daawit, "Yaa Waaqayyoo ko, fedha kee gochuunanatti in tola,seerri keesgaraa koo keessa jira"jedhee barreesseera.
|
1.174966
|
Ta Yaya Mulkin Allah Zai Zo?
|
Mootummaan Waaqayyoo Yoom Dhufa?
|
1.174753
|
Labari na 59: Dalilin da Ya Sa Dole Dauda Ya Gudu
|
Seenaa 59: Daawit Baqachuu Kan Qabu Maaliifi
|
1.174638
|
Shin, ba ku fi su daraja da yawa ba??
|
Isin immoo isaan caalaatti gatii guddaa qabduu mitii?
|
1.173249
|
In haka ne zaka yi tafiya cikin aminci A kan hanya, har ma ƙafarka ba za ta taɓa kowane abu ba.
|
Yommus ati nagaadhaan karaa kee irra in adeemta, miilli kees hin gufatu.
|
1.172996
|
Ba kuwa ɗayarsu da za ta mutu, ba da yardar Ubanku ba.
|
Isaan keessaa tokkoyyuu fedhii Abbaa keessanii malee lafa hin buutu.
|
1.17267
|
Mu kam, mun san mutumin nan mai zunubi ne."
|
Namni kun cubbamaa akka ta'e nuyi in beekna" ittiin jedhan*.
|
1.172391
|
Mene ne muka koya daga ƙa'idar da ke Galatiyawa 6: 5?
|
Dhugaa buʼuuraa Galaatiyaa 6:5 irra jiru irraa maal baranna?
|
1.172339
|
Duk kuwa wanda ya rasa ran sa saboda ni, zai same shi" (Matiyu 16:24-25).
|
namni jireenyaa isa oolfachuuf yoo barbaade jireenyi isaa duraa ni fudhatama, namni anaaf jedhee jireenya isaa kennu immoo isa ni argata' (Maatewoos 16:24-25).
|
1.172199
|
Domin yau an haifa muku Mai Ceto a birnin Dawuda, wanda yake shi ne Almasihu, Ubangiji.
|
"Hin sodaatinaa! [...] saba hundumaaf kan ta'uu, mandara Daawititti Fayyisaan isiniif dhalateera, inni immoo kristos gooftaa dha" Lk.
|
1.172001
|
Saʼan nan za ku san gaskiya, gaskiyar kuwa za ta ʼyantar da ku."
|
Dhugich in hubattu; dhugichis birmaduu isin in baasa" jedhe.
|
1.171675
|
Shin, ba ka sani ba cewa ina da ikon tsĩre, ku, kuma ina da ikon saki ka?"
|
Gad si dhiisuudhaaf akka ani humna qabu akkasumas si fannisuudhaaf akka ani humna qabu hin beektu moo?" jedheen.
|
1.171053
|
(Matta 6:9) Ko da yake Allah yana da laƙabi da yawa, amma yana da suna ɗaya tak.
|
(Maatewos 6:9) Waaqayyo maqaawwan ulfinaa hedduu qabaatuyyuu, maqaansaa garuu tokko qofadha.
|
1.170595
|
Tun daga lokacin, wannan gini ya zama wajen bauta har ila yau.
|
Yeroo sana irraa eegalee manni Waaqeffattooti keessatti walgahnii waaqeffatan kunis GALMA WAAQEFFANNAA jedhame.
|
1.170469
|
Shin sunã tamakon ku kõ kuwa sunã tsare kansu?" (93)
|
Miyay idiin gargaari karaan, mase u gargaari karaan nafahooda?"
|
1.170158
|
50; Kuma a lõkacin da Muka ce wa malãiku, "Ku yi sujada ga Ãdamu."
|
malaa'ikataka wajamee'a khalqika, 'annaka 'Antallaahu laa 'ilaaha 'illaa 'Anta wahdaka laa
|
Subsets and Splits
No community queries yet
The top public SQL queries from the community will appear here once available.