eng
stringlengths
2
554
orm
stringlengths
3
691
Simple lifestyle changes may reduce some discomforts .
Akkaataa jireenyaa ofiirratti jijjiirama tokko tokko gochuun rakkina mudatu hirʼisuu dandaʼa .
" I pray to Jehovah constantly , " he says .
Akkana jedheera : " Yeroo hundan Yihowaa kadhadha .
" When I 'm truthful , " she says , " I have a clean conscience before Jehovah .
Akkana jetteetti " Dhugaa yommuun dubbadhu Yihowaa duratti sammuu qulqulluun qabaadha .
That will help you keep your eyes on the prize .
Akkas gochuun keessan badhaasicharratti xiyyeeffachuuf isin gargaara .
Doing so involves living in a way that allows for God 's holy spirit to operate freely in your life .
Akkas gochuunimmoo , karaa hafuurri qulqulluun gufannaa tokko malee akka sirratti hojjetu godhuun jiraachuu kan dabalatudha .
That did it .
Akkas gochuunkoos na gargaareera .
" The heavens are declaring the glory of God ; and of the work of his hands the expanse is telling , " David wrote .
Akkas jechuudhaan barreesseera : " Bantiiwwan waaqaa ulfina Waaqayyoo himaa jiru , wanti bantii waaqaa jalaan mul 'atus hojii harka isaa in labsa .
" Bethel has been a real school for me , " he remarks .
Akkas jedha : " Betʼel keessatti waan baayʼee baradheera .
The righteous themselves will possess the earth , and they will reside forever upon it . " " ' Look !
Akkas jedha : " Warri jal 'oonni lafa irraa in balleeffamu , warri Waaqayyoon eeggatan garuu lafa in qabaatu .
He wrote : " The heavens and the earth that are now are stored up for fire and are being reserved to the day of judgment and of destruction of the ungodly men . "
Akkas jedhe : " Bantiiwwan waaqaa fi lafti , warri amma jiran kun immoo sagalee Waaqayyoo sanaan ibiddaan balleeffamuudhaaf qopheeffamanii , hamma guyyaa warri Waaqayyo malee jiraatan firdii argatanii badaniitti kaa 'amanii jiru . "
He said : " What I teach is not mine , but belongs to him that sent me . "
Akkas jedheera : " Barsiifni ani barsiisu kan koo miti , kan isa ana ergee ti malee . "
And they believed that people would be classed as sheep because they lived by God 's law of love .
Akkasumas , namoonni akka hoolotaatti kan ilaalaman wanta raawwatan hundaan jaalala Waaqayyoo waan calaqqisiisaniif akka taʼe amanu turan .
Also , follow through and apply in your daily life the things you learn .
Akkasumas , wanta barattan sirriitti hordofuudhaan sochii guyyaa guyyaadhaan gootan keessatti hojiirra oolchuuf carraaqaa .
Also , many Bible examples taught me this fundamental truth : Serving my brothers and Jehovah leads to true happiness . "
Akkasumas fakkeenyonni Macaafa Qulqulluu , dhugaa barbaachisaa taʼe jechuunis obbolootakoofi Yihowaa tajaajiluun gammachuu dhugaa akka naaf argamsiisu na hubachiisaniiru . "
They were worthless and posed a real spiritual threat .
Akkasumas gatii kan hin qabneefi karaa hafuuraa balaadhaaf kan nama saaxilan turan .
" The head of a woman is the man , " just as " the head of every man is the Christ , " and " the head of the Christ is God . " - 1 Cor .
Akkuma " Kristos mataa warra dhiiraa " akkasumas " Waaqayyo mataa Kristos " ta 'e , " abbaan manaa mataa haadha manaa [ ti ] . " - 1 Qor .
Like Jesus , keep focused on the prospects of a lifetime of joyful service and obedience to Jehovah . - Heb .
Akkuma Yesus , hamma lubbuudhaan jirtanitti Yihowaadhaaf ajajamaatii gammachuudhaan tajaajiluurratti xiyyeeffadhaa . - Ibr .
In what way can we imitate Jesus ' balanced example ?
Akkuma Yesus of qabuu kan dandeenyu karaawwan kamiini ?
Like the apostles in the first century , we obey God as ruler rather than men .
Akkuma ergamoota jaarraa jalqabaa , seera namootaa mannaa seera Waaqayyootiif ajajamna .
Immediately , Noah built an altar and offered sacrifices to worship Jehovah .
Akkuma markabicha keessaa baʼaniin , Nohi iddoo aarsaa ijaaruudhaan Yihowaadhaaf aarsaa dhiheesse .
As many brothers in Korea and elsewhere know , when Christians are face - to - face with severe trials , it is helpful to have clearly in mind the reason why such trials come upon them .
Akkuma obboloota Kooriyaa hedduufi bakka biraa jiranii , kallattiidhaan qorumsi cimaan yeroo Kiristiyaanotarra ga 'u sababii rakkinni kun isaanirra itti ga 'uuf sirriitti beekuunsaanii barbaachisaadha .
Suddenly , gunmen and suicide bombers dashed into their midst , shooting into the air and shouting .
Akkuma tasaa , namoonni miʼa waraanaa fi boombii isaaniinis taʼe namoota kaan ajjeesu hidhatan gidduu isaanii seenanii qilleensa irra dhukaasuu fi iyyuu jalqaban .
Let me go up against God 's enemies , as I did then . ' Or would David seek Jehovah 's direction ?
Akkuman kanaan dura godhe mee kaʼeen diinota Waaqayyootti duula ' jedhee yaadamoo , qajeelfama akka isaaf kennu Waaqayyoon gaafata laata ?
February 22 , 1997 , pages 3 - 10 .
Amajjii , 2009 fuula 10 , 11 ilaali .
On January 22 , 1987 , the prosecutor 's office found the charges groundless .
Amajjii 22 , bara 1987 , waajjirri seeraa himanni kun ragaa kan hin qabne ta 'uusaa mirkaneesse .
If we work hard to develop this valuable and enduring quality , we honor our caring and patient heavenly Father , and we will be counted among " those who through faith and patience inherit the promises . " - Heb .
Amala faayidaa guddaa qabuu fi waa dandaʼanii dabarsuu kana horachuuf jabaannee yoo hojjenne , Abbaa keenya isa samii nuu yaaduu fi obsa argisiisuuf ulfina fidna ; akkasumas " warra amantii fi obsaan abdii sana dhaalan " keessatti lakkaaʼamna . - Ibr .
By your everyday conduct , you may either please or displease God .
Amala guyyaa guyyaadhaan argisiistuun , Waaqayyoon gammachiisuu ykn gaddisiisuu dandeessa .
Do I focus on my mate 's good qualities ?
Amala hiriyaa gaaʼelaakoo isa gaariirratti nan xiyyeeffadhaa ?
Strong faith in Jehovah and in his promises . - Romans 10 : 10 , 13 , 14 .
Amantaa cimaa isaan Yihowaafi abdii inni kennerratti qabanidha . - Roomaa 10 : 10 , 13 , 14 .
We could now meet with our spiritual brothers and preach openly .
Amma Dhugaa Baatota kaanii wajjin wal ga 'uufi ifatti lallabuu ni dandeenya .
Now I live in the city of Belgorod , and the brothers here are a huge support to me .
Amma magaalaa Beelgorood keessan jiraadha ; obboloonni as jiranis gargaarsa guddaa naaf gochaa jiru .
Some 15,000 stood up . I did too .
Anaanis dabalatee tilmaamaan ijoolleen 15,000 taanu kaanee dhaabanne .
" I learned to appreciate God 's organization as a modern - day miracle , " notes Andreas , who serves in Germany .
Andiree inni Jarmanitti tajaajilu akkas jedheera : " Yeroo harʼaa akkaataa jaarmiyaan Yihowaa itti hojjetu kan nama dinqisiisu taʼuusaa hubadheera .
I cannot do that , because I have neither hands nor arms .
Ani garuu harka waanan hin qabneef akkas gochuu hin dandaʼu .
Every Sunday , Joy and I cooked a huge roast dinner for the Irons family and about a dozen of their boarders - all hungry male railway laborers .
Aniifi Jooyi yeroo hunda guyyaa Dilbataa maatii Reeyiifi Esteeriif , akkasumas namoota baaburaan deeman , manasaanii kireeffatanii bulaniifi nyaata barbaadaniif foon hedduu waadnee irbaata isaanii qopheessina turre .
I lost my temper and started saying things that irritated her even more . "
Anis garmalee waanan aareef , wanta caalaatti ishee aarsu dubbachuun jalqabe . "
After decades of hard work raising six children , Antonio , one of Jehovah 's Witnesses , received the following note from one of his daughters : " Dear Dad , I just wanted to thank you for raising me to love Jehovah God , my neighbor , and myself - that is , to be a well - rounded individual .
Antooniyoo inni Dhugaa Baatuu Yihowaa taʼe , waggoota hedduudhaaf ijoollee jaʼa carraaqqii cimaa gochuudhaan erga guddisee booda , intallisaa tokko xalayaa akkas jedhu isaa ergitee turte : " Abbayyee , Yihowaa , ofiikoofi namoota akkan jaalladhu , akkasumas nama madaalliisaa eeggatu akkan taʼu gootee waan na guddisteef sin galateeffadha .
The JW Language app is a tool that can help you do that .
Appilikeeshiniin JW Laanguweej jedhamu meeshaa kana gochuuf si gargaaru dha .
Fourth , we have God 's Word , the Bible , which is " beneficial for teaching , for reproving , for setting things straight , for disciplining in righteousness , that the man of God may be fully competent , completely equipped for every good work . "
Arfaffaa , Dubbii Waaqayyoo kan ta 'e Macaafa Qulqulluu kan qabnu si 'a ta 'u , innis " barsiisuuf , balleessaa hubachiisuuf , qajeelchuuf , qajeelummaattis leejjisuudhaaf dhimma in baasa .
Page through the Watch Tower Publications Index , or browse through Watchtower Library .
Baafata Mataduree Masaraa Eegumsaa ykn Waachtaawar Laayibirarii banaa ilaalaa .
Marine biologists have confirmed that clown fish cannot live in the wild without a host anemone .
Baayooloojiistoonni uumama bishaan keessaa qoratan , kilaawun fiishiin gargaarsa aneemanii malee jiraachuu akka hin dandeenye mirkaneessaniiru .
Maintaining the same residence and schedule is helpful , but even more important is keeping a good spiritual routine , including Bible reading and family worship . - Deuteronomy 6 : 6 - 9 .
Bakka jireenyaafi sagantaa dhaabataa taʼe qabaachuun gaariidha ; wanti hunda caalaa barbaachisaa taʼe garuu , maatiidhaan wantoota hafuuraarratti mariʼachuu , jechuunis Macaafa Qulqulluu waliin dubbisuufi waaqeffannaa maatii gochuudha . - Keessa Deebii 6 : 6 - 9 .
By 1885 , about 300 Bible Students were sharing in the colporteur service .
Bara 1885tti , Barattoonni Macaafa Qulqulluu kolportarii taʼanii tajaajilan gara 300 turan .
In 1916 , Mom heard that Charles Taze Russell would be at a convention in Sioux City , Iowa .
Bara 1916 , haatikoo Chaarlis Teez Raasil walga 'ii koonyaaf magaalaa Suu Siitii , Aayiwaa akka dhufu dhageesse .
The 1930 ' s saw further light shed on three doctrinal truths .
Bara 1930ttimmoo barumsa bu 'uuraa sadiirratti ifni dabalataa ifeera .
In 1954 we arrived in Ecuador and have been serving as missionaries in this country ever since .
Bara 1954 Ikuwaador kan dhaqne yommuu taʼu , yeroo sanaa kaasee biyya kanatti misiyoonota taanee tajaajilaa jirra .
When Jehovah 's Witnesses started studying the Bible with Oly 's mother in 1982 , Oly and I were already engaged .
Bara 1982tti yeroo haati Uul Dhugaa Baatota Yihowaa wajjin Macaafa Qulqulluu qayyabachuu jalqabde , aniifi Uul gaaʼela godhachuuf wal naqannee turre .
With Paul , Stephany , Kimberly , and Brian at the Malawi branch office , in the year 2002
Bara 2002tti Pool , Isteefanii , Kiimbarlii fi Biraayanii wajjin waajjira damee Maalaawwiitti
The well - researched material that we receive through Jehovah 's organization helps us discern his beautiful qualities in the world around us .
Barreeffamni qorannoo cimaan irratti godhamee karaa jaarmiyaa Yihowaa nuu qophaa 'e kun , amalawwan gaggaarii Yihowaan qabuufi uumamawwan naannoo keenya jiranirraa mul 'atu hubachuuf nu gargaara .
When I showed her some literature , she pointed to one book and said : " I have that one .
Barreeffamoota muraasa yeroon isheetti argisiisu , kitaaba tokkotti quba qabdee akkas naan jette : " Kitaaba sana qaba .
The writer of Third John calls himself " the older man . "
Barreessan Yohaannis Isa Sadaffaa " maanguddicha " jedhee of waameera .
The Gospel writers Matthew and Luke state that Mary was a virgin who became pregnant through the operation of God 's spirit . - Matt .
Barreessitoota Wangeelaa kan taʼan Maatewosiifi Luqaas , Maariyaam durba akka turteefi hafuura qulqulluutiin akka ulfoofte dubbataniiru . - Mat .
There are features in The Watchtower and Awake ! that provide an excellent basis for family discussion .
Barruu Masaraa Eegumsaa keenyarratti , matadureewwan marii maatiif bu 'uura gaarii ta 'an addaddaa ni argamu .
Says The Economist : " The explosion of available goods has only made time feel more crunched , " as consumers " struggle to choose what to buy or watch or eat " in the limited time they have available .
Barruun The Economist jedhamu , namoonni yeroo muraasa qaban keessatti ' maal bituu ykn ilaaluu ykn nyaachuu akka qabanii fi akka hin qabne murteessuun waan isaan rakkisuuf , meeshaaleen gabaa irratti argaman baayʼachuun isaanii , namoonni yeroo gaʼaa akka dhaban akka isaanitti dhagaʼamu ' taasiseera .
This is common in many countries of Africa and also in some other parts of the earth .
Barsiifanni akkasii biyyoota Afriikaa hedduufi biyyoota kaan tokko tokko keessatti kan baramedha .
They are of fundamental importance and are likely among the first truths we learned when we began to study God 's Word .
Barumsawwan kun baayʼee barbaachisoo dha ; tarii wantoota kana yeroo Dubbii Waaqayyoo qoʼachuu jalqabne barannee taʼuu dandaʼu .
It is embodied in the words displayed there from our yeartext : " Those hoping in Jehovah will regain power . " - Isa .
Barumsi kun caqasa waggaa , " Warri Yihowaa abdiidhaan eeggatan . . . humni isaanii ni haareffama " jedhu irratti argama . - Isa .
Why not choose the type of relaxation that you will be able to enjoy throughout eternity ?
Bashannana bara baraaf itti gammaddan maaliif hin filattan ?
Our living in harmony with that knowledge also plays a vital part in our showing that we have come to know God intimately .
Beekumsa arganne kanaa wajjin haala walsimuun jiraachuunis , karaa Waaqayyoon akka gaariitti beekuu keenya itti argisiisuu dandeenyudha .
How Are You Affected ?
Beekumsi Kun Maaltu Akka Sitti Dhaga 'amu Godha ?
Decide whether an appointment or deadline will realistically fit your schedule before agreeing to it .
Beellama qabachuuf ykn hojii tokko yeroo kennametti xumuruuf walii galuu kee dura , sagantaan kee kan siif heyyamu taʼuu isaa mirkaneeffadhu .
What caused you to start thinking about serving in a foreign country where there is a greater need ?
Biyya alaatti iddoo gargaarsi caalaatti barbaachisu deemtanii tajaajiluu akka yaaddan wanti isin kakaase maali ?
And God certainly was with him , for the major conquest of the Promised Land was completed in only six years - by 1467 B.C.E .
Biyyattii Abdachiifamte gara caalaasaa injifachuudhaan kan qabatan waggaa jaʼa qofa keessatti , jechuunis Dh.K.D . bara 1467tti waan tureef Waaqayyo isaa wajjin akka ture hin shakkisiisu .
The world wants young people to focus their energies on secular goals .
Biyyi lafaa kun dargaggoonni galmawwan addunyaa kanaa hordofuuf akka carraaqan barbaada .
In some lands , our work is under restriction or outright ban .
Biyyoota tokko tokko keessatti , hojiin keenya kan daangeffame ykn guutummaatti kan dhorkame dha .
In time , we were able to get a ride in the back of a truck crammed with people .
Booddee konkolaataa fe 'umsaa namni irra guuterratti fe 'amnee deemuu dandeenyeerra .
Later , underpriests also rendered this service , except on the Day of Atonement .
Booddees , Guyyaa Araaraarraa kan hafe guyyaa hundumaatti luboonni tajaajila akkasii kana ni raawwatu turan .
Contributions willingly given can help with relief work and the spread of Bible publications
Buusiin fedhiidhaan godhamu , hojii gargaarsaafi barreeffamoota Macaafa Qulqulluu qopheessuuf gargaaruu danda 'a
What was achieved ?
Buʼaan isaa hoo maali dha ?
In view of her past experience with the music and trappings of church ceremonies , Lois may sense that being present would be particularly dangerous for her .
Caaltuun muuxannoo darberraa ka 'uudhaan muuziqaafi sochiiwwan mana sagadichaatti godhaman maal isheerraan geessisuu akka danda 'an waan beektuuf , achitti argamuunshee isheedhaaf gadhee ta 'uusaa ni amanti .
By his second trip , in May 1903 , public meetings in Belfast and Dublin were being advertised in local newspapers .
Caamsaa 1903tti , deemsa isaa isa lammaffaa irratti , gaazexoonni naannoo sanaa , Beelfaastii fi Dabliinitti walgaʼiin akka geggeeffamu beeksisanii turan .
From that verse , I know that Christ Jesus died " for me . "
Caqasa kana irraa , Yesus Kiristos kan duʼe " anaaf " taʼuu isaan hubadhe .
While that scripture applies primarily to the body of anointed Christians , the principle it contains can apply to all Christians today .
Caqasni kun adda durummaadhaan Kiristiyaanota dibamoodhaaf kan hojjetu ta 'us , seerri bu 'uuraa achi keessatti ibsame , Kiristiyaanota yeroo har 'aa jiran hundaaf kan hojjetudha .
The yeartext for 2010 will be : ' Love endures all things .
Caqasni waggaa 2010 , ' Jaalalli hundumaa obsa .
Despite our imperfection , we can remain in Jehovah 's favor .
Cubbamoota taanuyyuu Yihowaa duratti fudhatama argachuu ni dandeenya .
RECENTLY , on her own initiative , a nine - year - old girl in Brazil separated the money she had saved into two parts - 18 dollars and 25 dollars .
DHIHEENYA kana intalli waggaa sagalii Biraaziil keessa jiraattu tokko ofumasheetiin kakaatee qarshii walitti kan qabde si 'a ta 'u , qarshichas doolaara 18fi doolaara 25 gootee bakka lamatti hirte .
Could DNA store man - made data ?
DNAn odeeffannoo namtolchee of keessatti qabachuu ni dandaʼaa ?
What attitude did David recommend in Psalm 131 , and how should this affect our behavior within the congregation ?
Daawit Faarfannaa 131rratti amala akkamii akka qabaannu gorseera ? Kunoo gumii keessatti amala argisiisnurratti dhiibbaa akkamii gochuu qaba ?
David was inspired to write : " May my prayer be prepared as incense before you . "
Daawit hafuura qulqulluudhaan geggeeffamee , " Kadhanni koo akka ixaana aarfamuutti . . . si duratti anaaf haa fudhatamu ! " jechuudhaan barreesseera .
David does not have a vindictive spirit .
Daawit ijaa baʼuu hin barbaadu ture .
A businessman in New Zealand had his car broken into and his briefcase stolen .
Daldalaan biyya Niiwu Ziilaand jiraatu tokko , konkolaataansaa caccabsamee , boorsaansaas jalaa hatame .
The drug dealers beat me so badly that I ended up with a fractured jaw .
Daldaltoonni kun garmalee na reebuudhaan mangaagaakoo cabsan .
Help him to develop his good qualities by giving him increased responsibility when possible .
Dandaʼamnaan itti gaafatamummaa dabalataa isaaniif kennuudhaan , dandeettiiwwan gaggaarii qaban akka guddifatan isaan gargaaraa .
Why do our young people deserve warm praise ?
Dargaggoonni keenya garaadhaa galateeffamuu kan qaban maaliifi ?
Some months later , David wrote to a friend : " There is nothing more satisfying than being fully involved in serving Jehovah with one 's family .
Deevid ji 'oota muraasa booda hiriyaasaa tokkoof akkas jechuudhaan xalayaa barreessera : " Maatii ofii wajjin ta 'uudhaan guutummaatti Yihowaa tajaajiluu caalaa wanti nama gammachiisu hin jiru .
The World Health Organization recommends several methods to improve water quality at home , including chlorination , solar disinfection , filtration , and boiling .
Dhaabanni Fayyaa Addunyaa tooftaalee bishaan mana keessatti qulqulleessuuf gargaaran hedduu , kan akka kilooriinii itti naquu , ifa aduutti fayyadamanii bishaan qulqulleessuu , meeshaa bishaan calalu fayyadamuu fi bishaan danfisuu ni jajjabeessa .
The diagnosis of depression among the young appears to be increasing at an alarming rate , and depression is " the predominant cause of illness and disability for both boys and girls aged 10 to 19 years , " says the World Health Organization ( WHO ) .
Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa ( WHO ) akka gabaasetti , lakkoofsi dargaggoota dhukkuba kanaan qabamanii haala nama naasisuun dabalaa jira . Dhukkubni kun " dhiironnis taʼan shamarran umurii waggoota 10 hanga 19 gidduu jiran , gama sammuutiinis taʼe qaamaan akka miidhaman gochaa jira . "
The distributor reluctantly returned the Dawns .
Dhaabbatichis gocha kanatti gammaduu baatus Miileeniiyaal Daawuunii ni deebise .
Because she suffered from a chronic heart condition , the doctors feared for her life and tried to convince her to have an abortion .
Dhibee onnee baayʼee cimaa taʼe waan qabduuf duʼuu dandeessi jedhanii waan yaadaniif , dooktoroonni akka ishiin ulficha baastu ishii amansiisuuf yaalan .
They are thankful for all that Jehovah has done for them by means of his Son , including the extending of forgiveness on the basis of Christ 's shed blood .
Dhiiga Yesus Kiristos isa dhangala 'een dhiifama cubbuu akka argatan karaa isaaniif banuusaa dabalatee , qophiiwwan Yihowaan karaa Ilmasaa isaaniif godheef ni galateeffatu .
Help Men to Progress Spiritually
Dhiironni Karaa Hafuuraa Akka Guddatan Gargaaraa
A study of the Bible has helped many men to make needed changes
Dhiironni hedduun Macaafa Qulqulluu qayyabachuunsaanii jijjiirama barbaachisu gochuuf isaan gargaareera
These are verses that Jehovah 's Witnesses often use in their ministry .
Dhugaa Baatonni Yihowaa yeroo baayʼee tajaajilarratti caqasoota kanatti ni fayyadamu .
True , in some lands , it is customary for families to look after elderly parents at home .
Dhugaadha , biyyoottan tokko tokkotti maanguddoota manasaaniitti maatiisaaniitu isaan kunuunsa .
If Jesus really were God , don 't you think that Jesus , as the Great Teacher , would have thought of the same comparison - or an even clearer example of equality ?
Dhuguma Yesus Waaqayyo utuu taʼee , Barsiisaa Guddaa waan taʼeef fakkeenya akkasiitti yookiinimmoo fakkeenya yaada kana caalaatti ifa godhu fayyadamuu hin dandaʼu turee ?
Then we see that a Christian who diligently and faithfully serves Jehovah enjoys real security .
Dhugumayyuu Kiristiyaanni jabinaafi amanamummaadhaan Yihowaa tajaajilu tasgabbii dhugaa akka qabaatu hubachuu dandeenya .
Finally , Jehovah acts !
Dhumarratti Yihowaan deebii kenneef .
Finally , Jesus ' death fulfilled one of the most important elements of Isaiah 's prophecy .
Dhumarrattis , duuti Yesus raajii Isaayaas warra gurguddaa keessaa inni baay 'ee barbaachisaa ta 'e tokko akka raawwatamu godheera .
While on earth , anointed ones live in a way that gives evidence that Jehovah is their share .
Dibamtoonni yommuu lafarra jiranitti , Yihowaan gaʼaasaanii akka taʼe haala argisiisuun jiraatu .
We talked about almost everything . " - Isaiah 40 : 25 , 26 .
Dimshaashumatti waanuma hundumaa waliin haasofna jechuun ni dandaʼama . " - Isaayaas 40 : 25 , 26 .