score
float32 1.04
1.25
⌀ | Dyula
stringlengths 10
438
⌀ | Oromo
stringlengths 10
462
|
|---|---|---|
1.203468
|
12Koo caaman be ne fɛ k'o fɔ aw ye, nga aw tena se k'o bɛɛ faamu sisan.
|
12 "Ani waan baay'ee kanan isinitti himu illee qaba, ammaaf garuu baa chuu hin dandeessan*.
|
1.203317
|
28Piyɛri y'a fɔ o tuma na ko: "A filɛ, an y'an bololafɛnw to yen ka tugu e kɔ."
|
28 Phexros kana irratti, "Kunoo, nuyi hundumaa dhiifnee si duukaa buu neerra" jedheen.
|
1.203112
|
30Tiɲɛ na, ne b'a fɔ aw ye ko bii mɔgɔw bɛɛ tena sa ka ban ni koo nunu bɛɛ ma kɛ.
|
30 Dhuguman isinitti hima, wanti kun hundinuu hamma raawwa tamutti dhaloonni si'anaa kun hin darbu.
|
1.202261
|
8Aw kana olu ladege, bari aw mako be fɛɛn minw na, aw Faa Ala be olu lɔn sanni aw k'o daali a fɛ.
|
8 Abbaani keessan otuma isin hin kadhatiniyyuu waan isin barbaachisu waan beekuuf isin akka isaanii hin ta'inaa.
|
1.202131
|
O ye sun and moon,
|
sun and moon tattoo,
|
1.201696
|
7N'aw be ne lɔn, aw bena n Faa fana lɔn, sisan aw yɛrɛ y'a lɔn ka ban, aw y'a ye fana."
|
7 Ana beektanii utuu jiraattanii, abbaa koos in beektu turtan; ammaa jalqab danii isa in beektu, isa argitaniittus" jedheen*.
|
1.201494
|
9 Ala ye min kè kelen ye, mògò si kana o fara."
|
9Kanaafis waan Waaqayyo walitti qabsiise, namni gargar hin baa sin!" isaaniin jedhe.
|
1.201347
|
ka ka ce ma
|
Dhenii Dheaa
|
1.201273
|
37Mɔgɔ be se ka mun di Ala ma min b'a nii sɔngɔ bɔ?
|
37 Nin muxuu u bixiyaa naftiisa beddelkeeda?
|
1.201073
|
Ale fana y'a fɔ u ye ko: "N'o lo, mɔgɔ min ye sira di ne ma ka koo nunu kɛ, ne fana tena o fɔ aw ye."
|
Yasuus immoo, "Egaa anis kana hundumaa gooftummaa maaliitiin ak kan godhu isinitti hin himu" isaaniin jedhe.
|
1.201007
|
2Aw ka arijana kɔnɔfɛnw koo miiri, aw kana miiri diɲɛ kɔnɔfɛnw na,
|
Isa lafa geessanii yaadaa malee; yaada keessan wanta isa lafarraa jiruuttii hinhidhiinaa.
|
1.200852
|
19Ne te jɔɔn ye mɔgɔ si fɛ, nga ne ye n yɛrɛ kɛ jɔɔn ye mɔgɔ bɛɛ faan fɛ, waasa ne ka se ka mɔgɔ caaman sɔrɔ u ka sɔn kibaru diman ma.
|
19 Ani namoota hundumaa irraa bilisa yoon taʼe iyyuu, hamma anaaf dandaʼame namoota hedduu boojiʼuuf jecha namoota hundumaaf garbicha of godheera.
|
1.200479
|
quran ka dayi hun
|
jedhamu, sirrummaa odeeffannoo Qur'aanaa
|
1.200351
|
4Aw be ne taayɔrɔ sira lɔn."
|
4 Isinis karaa bakka ani dhaqutti geessu beettu."
|
1.20035
|
34 Yesu ye u jaabi ko: "Tiɲè tiɲè la ne b'a fò aw ye ko: Mògò o mògò bè jurumu kè, o ye jurumu ka jòn de ye.
|
34 Yesuusis deebisee akkana isaaniin jedhe: "Dhuguma dhuguman isiniin jedha, namni cubbuu hojjetu hundi garbicha cubbuu ti.
|
1.199683
|
Ala ka Kuma ka kan ka nɔɔ juman to an ka ɲɛnamaya kɛcogo kan?
|
Sagaleen Waaqayyo Jireenya Keenya Keessatti Bu'aa Maalii Qabaa?
|
1.199263
|
A ɲini ka bibulukalan kɛ gwansan wagati ani yɔrɔ dɔ la min ka di i ye.
|
Yeroo fi iddoo siif mijatutti Macaafa Qulqulluu kaffaltii malee barachuu dandeessa.
|
1.198996
|
I yɛrɛ majigi hali ni kɔrɔbɔli b'i kan
|
Qorumsa Keessatti Illee Gad Of Deebisuu ni Dandeessu
|
1.198888
|
18Ne be n yɛrɛ koo fɔ, ani Faa min ye ne ci, ale ye ne seere ye fana."
|
18 Ani ofii kootiif dhugaa nan ba'a, abbaan inni ana erges immoo anaaf dhugaa in ba'a" isaaniin jedhe*.
|
1.197955
|
An ka hakew yafa an ma, i ko an fana bɛ yafa an hakew tabaaw ma cogo min na.
|
Akkuma nu warra hammeenna nutti hojjataniif dhiifnuv atis hammeenna keenya nuu dhiisi.
|
1.197913
|
A dɔgɔmusow t'an fɛ yan wa?"
|
Obboleettonni isaas as nu bira jiru mitii?" jedhanii isa ma man.
|
1.197888
|
3Aw saniyara ka ban ne ka kuma kosɔn ne ye o min fɔ aw ye.
|
3 Isinis dubbii ani isinitti dubbadheen ammayyuu qulqullooftaniirtu.
|
1.196903
|
Kiraw fana sara.
|
Raajonnis duʼaniiru.
|
1.19666
|
Maana 16nan: Isaka ye muso ɲuman sɔrɔ
|
Seenaa 16: Yisihaq Haadha Manaa Gaarii Argate
|
1.196533
|
A' ye Ala deli ko ne ka kuma ni ja gèlèya ye, i ko ne ka kan k'a kècogo min na.
|
nee salla ni akkade nokkeyaali ani anipinchindi naaku.
|
1.196233
|
An bena mun lo lajɛ barokun nin n'a nɔfɛta la?
|
(b) Mataduree kanaafi isa ittaanu keessatti waaʼee maalii qorra?
|
1.196175
|
8Yezu Krista tun be cogo min na kunun, a b'o cogo kelen le la bii, a bena kɛ ten fana tuma bɛɛ.
|
Yesus Kristos kaleessa isuma ture, hara'as bara baraanis isuna sana!
|
1.196011
|
Nin Seniman ye an dɛmɛnna ka wo le makɔnɔ ka fara an na lemɛniya la.
|
Nuyi karaa Hafuura Qulqulluu abdii qajeelotatti lakkaa'amu amantii keessaa eeggachaa jirra.
|
1.195287
|
fɔɔ ka don dugu kɔnɔ.
|
har Ghunchaa muskuraaye,
|
1.195247
|
31Yezu y'a fɔ ko: "Simɔn, Simɔn, Sutana ye sira ɲini waasa k'i yuguyugu i n'a fɔ mɔgɔ be mugu tɛntɛn cogo min na,
|
Kan gooftaan osoo Pheexiroos isa hin ganin isaan jedhee maal ture (Maatewos 26:69-74)? 31 Yesus, "Simoon, Simoon, Seexanni akka namni qamadii gingilchu isin gingilchuudhaaf isin falmeera.
|
1.194851
|
8U ye fɛɛn min kɛ k'aw bali n'a ye, o ma bɔ aw welebaga Ala fɛ.
|
8 Taladanu kama iman kan idiin yeedhaya.
|
1.194805
|
13 Aw minnu ka jugu, ni aw bè fèn ɲumanw di cogo dòn aw denw ma, aw sankolola Fa tèna Ni Senu di a delibaaw ma ka tèmèn aw ta di cogo kan kosèbè wa?"
|
Egaa isin hamoota taatanii utuu jirtanii, ijoollee keessaniif kennaa gaarii kennuu erga beektanii abbaan keessan inni waaqa irraa ammoo, hammam isin caalaa warra isa kadhataniif hafuura qulqulluu kenna!
|
1.194644
|
10 I ka masaya ka na.
|
10Mootummaani kee haa dhufuu;
|
1.194508
|
Masaba y'o mɛn tuma min na, a dimina.
|
Mootichis dhimmicha yeroo dhaga'u baay'ee aare.
|
1.194498
|
Ne be n ka sagaw lɔn, n ka sagaw fana be n lɔn.
|
" Tikseen gaariin ana , ani hoolota koo beeka , hoolonni koos ana beeku. "
|
1.194337
|
O y'a sɔrɔ Yuhana tun ma bla kaso ra fɔlɔ.
|
waaa yoonhae ❤ mau lanjutannya.
|
1.193775
|
2 Ai ye i ɲɔɔn dɛmɛn ai la doninilu tala sa ai ri Ɲenematɔmɔnin na sariya labato a ɲa ma.
|
2 Baʼaa walii keessanii baachuu keessan itti fufaa; karaa kanaanis seera Kiristoos ni raawwattu.
|
1.193318
|
Ka "segi ka wolo tugu," o kɔrɔ ko di?
|
Kiristaana lammffaa dhalate ta'uu jechuun maal jechuudhaa?
|
1.193258
|
O le ye saya filanan ye."
|
"Kun du'a lamaffaa dha."
|
1.193255
|
Walima mɔgɔ be se ka mun di Ala ma min b'a nii sɔngɔ bɔ?
|
Ama nin muxuu u bixiyaa naftiisa beddelkeeda?"
|
1.193193
|
12 Koo caaman be ne fɛ k'o fɔ aw ye, nga aw tena se k'o bɛɛ faamu sisan.
|
12 "Ani waan baay'ee kanan isinitti himu illee qaba, ammaaf garuu baa chuu hin dandeessan*.
|
1.192033
|
Yezu y'a mɛn k'u ye cɛɛ gwɛn minkɛ, a nana a kunbɛn ani a y'a ɲininga ko: "I lara Mɔgɔ Dencɛ la wa?"
|
35 Yesuusis akka isaan gadi isa baasan dhagaye; yommuu isa argettis, "ati ilma namaatti ni amantaa?
|
1.191621
|
19- I be Ala ka sariyaw lɔn: ‹I kana mɔgɔ faga, i kana kakalaya kɛ, i kana soɲali kɛ, i kana galon seereya kɛ, i kana mɔgɔ si tɔɲɔ, i faa n'i baa boɲa.› "
|
19 Abboommiin, ajjeesin, hin ej jin, hin hatin, sobaan nama irratti dhugaa hin ba'in, gowwoomsaadhaan hin fudhatin, abbaa kee fi haadha keef ulfina kenni!' akka jedhu in beekta" jedheen.
|
1.1912
|
Kibaru Duman min bɔra Ala yɔrɔ
|
Misiraachoo Waaqayyo Biraa Dhufe
|
1.1912
|
Kibaru duman min bɔra Ala yɔrɔ
|
Misiraachoo Waaqayyo Biraa Dhufe
|
1.191188
|
Waati dɔɔni o kɔ, o yɔrɔ mɔgɔw y'a fɔ Piyɛri ye tugu ko: "Siga t'a la, i ye u dɔ ye, bari i fana ye Galileka ye."
|
Yeroo xinnoo booddees warri achi dhaabatan ammoo Phexrosiin, "Atis nama Galiilaa waan taateef, ati dhuguma isaan keessaa tokko" ittiin jedhan.
|
1.191125
|
10I ka masaya ka na.
|
10Mootummaani kee haa dhufuu;
|
1.190857
|
Yezu be dumuni di mɔgɔ waa duuru ma
|
Yesus Namoota Kuma Shan Nyaachisuu Isaa
|
1.190316
|
Kabi saan caaman, a ka kalandenw ye delili kɛ k'o Masaya ka na.
|
Duuka buutonni isaas Mootummaan kun akka dhufu waggoota hedduudhaaf kadhachaa turaniiru.
|
1.190037
|
11- "Ni mɔgɔw b'aw nɛni, k'aw tɔɔrɔ, ka galon la aw kan ko aw be kojugu sifa bɛɛ kɛ, bari aw ye ne ka kalandenw ye, o tuma na, aw dagamunin lo.
|
11 "Anaaf jecha wayta namoonni isin arrabsanii, isiniis arihatan, kijibaaniis waan hamaa hundumaa isin irrattiis dubbatan, isin eeybifamoo dha!
|
1.189978
|
3Ne b'a fɛ aw ka nin faamu kosɔbɛ: cɛɛ kelen kelen bɛɛ kuntigi, o ye Krista ye, muso fana kuntigi y'a cɛɛ ye, Krista kuntigi ye Ala ye fana.
|
"Garuu mataan dhiiraa hunduu Kristoos, mataan dubbartiis dhiiraa, mataan Kristoosiis Waaqayyoon akka ta'e akka beektaniin barbaada.
|
1.189613
|
Nga aw ka nisɔndiya bari Ala y'aw tɔgɔ sɛbɛn a fɛ sankolo la."
|
Garuu sababii maqaan keessan samii keessatti barreeffameef gammadaa malee sababii hafuuronni isinii ajajamaniif hin gammadinaa."
|
1.189605
|
A y'i ɲaa yɛlɛ cogo di?"
|
Attamittis ija kee siif bane?" jedhanii gaafatan.
|
1.18952
|
14N'aw ye fɛɛn min ɲini ne tɔgɔ la, ne bena o kɛ."
|
14 Waanuma tokko isin maqaa kootiin yoo kadhat tan, ani nan raawwadha" jedheen*.
|
1.18945
|
K'a ta o loon na, mɔgɔ si ma sɔn k'a ɲininga tugu.
|
Jecha kanaan booda namni gaafii biraa isaan gaafatee hin jiru.
|
1.189262
|
Nili kɛ an ka baara kama min be kɛ duniɲa kuru bɛɛ kɔnɔ
|
Hojii Keenya Addunyaa Maratti Hojjetamuuf Buusii Qarshii Godhi
|
1.189162
|
A dɔgɔmusow t'an fɛ yan wa?"
|
"Obboleettiiwwan isaa, isaan nu wajjin hin tureeyii?
|
1.189017
|
37 N'o y'a sɔrɔ ni ne te n Faa ka kɛwaliw kɛ, aw kana la ne la.
|
37Egaa ani hojii abbaa koo hin hojjedhu yoon ta'e, anatti hin amaninaa*.
|
1.189009
|
Jehova Seerew - An ye jɔniw ye?
|
Dhugaa Baatota Yihowaa - Nuyi Eenyu?
|
1.188934
|
I ka i mɔgɔ ɲɔgɔn kanu i ko i yɛrɛ.
|
nama akka mataa keetiitti jallachuutu siif ta'a" (Maatewoos 22:37-39).
|
1.188613
|
Solomani sera ka batoso lɔ k'a di Matigi ma,
|
Yasaloona ayyana yawmu alddeeni;
|
1.188613
|
16 Can ra ne b'a fɔ aw ye ko jɔn tɛ se ka bonya ka tɛmɛ a matigicɛ kan, ciraden fana tɛ se ka bonya ka tɛmɛ a cibaga kan.
|
16 Ani dhuguma isinitti hima; tajaajilaan tokko gooftaa isaa hin caalu; yookaan ergamaan tokko kan isa erge hin caalu.
|
1.188591
|
Fɔɔ ka taga se siɲɛ wolonwula wa?"
|
Cómoo andaaa todooo??
|
1.18855
|
8 Pilati y'o kuma mɛn tuma min na, a siranna kosɔbɛ.
|
8 Philaaxos dubbii kana yommuu dhaga'e caalchisee in sodaate.
|
1.188022
|
8 Ne ye aw batise ji la, nka ale kòni na aw batise Ni Senu de la."
|
8 Ani bishaaniinan isin cuu phe; inni garuu hafuura qulqulluudhaan isin in cuupha" jedhee labse.
|
1.187957
|
3 U gèrèla a la k'a fò a ye ko: "I ni sè, Yahutuw ka masakè!"
|
3 Gara isaatti deddeebi'aniis, "Attam ree, yaa mootii Yihudootaa!" jedhanii isa in kabalu turan*.
|
1.187621
|
Haran ka Luti sɔrɔn.
|
adoo oon ladhugatoobeyoo luun dhadhaminwaayey
|
1.187318
|
43Ne ye jɔn ye fɔɔ ne Matigi bamuso yɛrɛ be na bɔ ne fɛ?
|
Haati Gooftaa kootii gara kootti kan dhuftu ani eenyu? ..........." jechuudhaan ishee galateeffatte.
|
1.187157
|
Ala b'afɛ ko anw ka lɔn ko anw kisira.
|
Waaqayyo akka nuyi fayyina beeknu barbaada.
|
1.187083
|
16 Tiɲè tiɲè la ne b'a fò aw ye ko: Baaraden si man bon ni a kuntigi ye, ciden si man bon ni a cibaa ye.
|
16 Ani dhuguma isinitti hima; tajaajilaan tokko gooftaa isaa hin caalu; yookaan ergamaan tokko kan isa erge hin caalu.
|
1.187031
|
An y'a dòn ko o cè ye jurumutò de ye."
|
Namni kun cubbamaa akka ta'e nuyi in beekna" ittiin jedhan*.
|
1.187021
|
28Ne bɔra Faa fɛ ka na diɲɛ na, sisan fana ne be segira n Faa fɛ tugu."
|
28 Ani Abbaa biraa bahee gara biyya lafaa dhufeera; ammas biyya lafaa dhiisee gara Abbaa nan dhaqa."
|
1.186241
|
Bibulukalan kɛ n'an ye gwansan
|
□ Macaafa Qulqulluu qayyabachuu waanan barbaaduuf na haasofsiisaa.
|
1.186097
|
62Aw bena kɛ cogo di n'aw ye Mɔgɔ Dencɛ yɛlɛtɔ ye a bɔyɔrɔ la?
|
62 Yoos yoo ilmi namaa bakka duri turetti otoo ol-ba'uu argitan akkam ta'inna ree?
|
1.186067
|
4 A' ye ɲagali Matigi la tuma bèè.
|
4 Yeroo hundumaa gooftaatti gammadaa!
|
1.185677
|
Mun na i ka ɲi ka bibulukalan kɛ?
|
Macaafa Qulqulluu Qayyabachuu Kan Qabnu Maaliifi?
|
1.185237
|
32Yezu y'a ka kalandenw wele k'a fɔ u ye ko: "Jama nin hinɛ be ne la, bari, u be ni ne ye, a tile saba ye bii ye, foyi t'u fɛ k'a dumu.
|
Isaan waan nyaatan dhabnaan, Yasuus bartoota isaa waamee isaanitti dubbatee, 2 "Namoonni kun guyyaa sadan kana anaa wajjin turan, nyaatas waan isaan hin qabneef hunduma isaa niif nan oo'a.
|
1.185213
|
I ka kuma ye tiɲè ye.
|
itti aansee dhugaa keeti jechi kee dhugaadha
|
1.185149
|
Ala ka kuma kalan don o don.
|
Guyyaa hundumaa sagalee Waaqayyoo kan dubbisu.
|
1.18497
|
O ye sababu dɔ ye min kosɔn tɔɔrɔw ka ca ten.
|
Sababii rakkinni itti baay'ate keessaas inni tokko isa kanadha.
|
1.184682
|
Jɔn lo ye Bibulu Tigi ye?
|
Macaafa Qulqulluu eenyutu caafe?
|
1.184596
|
Lɔti fana tagara n'a ye.
|
adoo oon ladhugatoobeyoo luun dhadhaminwaayey
|
1.18359
|
Matigi yafara aw ma cogo min na, aw fana ka yafa ɲògòn ma ten dè.
|
Akkuma Rabbiin tola sitti oole, atis tola ooli."
|
1.18331
|
7 O bèè n'a ta, walisa ne kana na kuncèbaya kè o jiralifènw kosòn, èòni dò donna ne farikolo la, o kèra Sitanè ka ciden ye ka ne tòòrò walisa ne kana na kuncèbaya kè.
|
"Kanaafis ibsamuudhaan ol aantummaan akkan of hin jajne, waraansa foon kootii (waraansa cinaachaa fi dhukkubbii mataa):- innis kan na rakkisu ergamaan Seexanaa naaf kenname, kunis akkan of hin jajneefi.
|
1.183307
|
"Nin Kibaru Duman waajuli na kɛ diɲɛ yɔrɔw bɛɛ la sankolo masaya ko la." - Matiyo 24:14, ABM
|
"Misiraachoon Mootummaa kun guutummaa lafaa irratti ni lallabama." - Maatewos 24:14.
|
1.183281
|
27 U m'a faamu ko a tun bè kuma u fè a Fa ko la.
|
27 Isaan garuu akka inni waayee Abbaa isaanitti himaa ture hin hubanne.
|
1.183258
|
6 A tun ka kan ka min fò, a ma o dòn, katuguni u tun siranna kosèbè.
|
6 Bar toonni sun baay'ee sodaatanii waan turaniif, inni maal akka dubbatu hin beeku ture.
|
1.18316
|
"Nin Kibaru Duman waajuli na kɛ diɲɛ yɔrɔw bɛɛ la sankolo masaya ko la." - Matiyo 24:14, ABM
|
"Wangeelli mootummaa kun guutummaa biyya lafaatti in lallabama." - Maatewos 24:14.
|
1.18294
|
Ele n'i faa ka somɔgɔw bena halaki.
|
Ofii fi maatii kee badii irra buusta.
|
1.182818
|
45 Ni Dawuda bè Krisita wele Matigi, ale dun ye Dawuda Bònsòn ye cogo di?"
|
Egaa Daawit ofii isaatii 'Gooftaa koo' jedhee erga isa waamee, attamitti immoo ilma isaa ta'a ree?" jedhe.
|
1.182788
|
Jɔn le y'a ye k'a lamɛn kosɔbɛ k'a faamu?
|
Yookiin dhageetti fi argituu eenyutuu dhuunfataa?
|
1.182646
|
U tun y'i taw ye, e tun y'u di ne ma, olu fana y'i ka kuma bato.
|
Isaan kankee turan; ati natti isaan kennite; isaanis dubbii kee eeganiiru.
|
1.182621
|
Mɔgɔ te se k'a ka kolatigɛninw faamu, a ka koo fana te se ka faamu.
|
Oogummaan isaa fi beekumni isaa hammam guddaa fagaata!
|
1.182471
|
24Aw b'a lɔn ko mɔgɔ minw be ɲɔgɔndanboli kɛ farikolo tolonkɛyɔrɔ la, u bɛɛ be boli, nga mɔgɔ kelen le be sara nin sɔrɔ dɛ.
|
24 Warri dorgommii fiigichaa irra jiran hundi akka fiigan, taʼus badhaasicha kan argatu isa tokko qofa akka taʼe hin beektanii?
|
1.182453
|
5Aw bɛɛ ye yeelen mɔgɔw ye, kɛnɛ kan mɔgɔw.
|
5 Ani hanga addunyaa irra jirutti ani ifa addunyaati.
|
1.182404
|
See min dira i ma ka koow latigɛ, o jati fɛɛn nafamanba ye
|
Mirga Filannoo Gochuuf Sii Kenname Dinqisiifadhu
|
1.182326
|
Isirayɛlidenw k'a fɔ ko:
|
Hadda reer binu Israa'iil ha yidhaahdeen,
|
1.182251
|
u taamana ka baa tigɛ yɔrɔ janin na.
|
Qarqara ibidda jahannam irra turtan.
|
1.182102
|
Aw man fisa ni kònòw ye kosèbè wa?
|
Isin immoo isaan caalaatti gatii guddaa qabduu mitii?
|
1.182005
|
3Sarakalasebagaw kuntigiw y'a jalaki kosɔbɛ.
|
3 Luboonni warri angafoonni waan baay'eedhaan isa ha dheessan.
|
Subsets and Splits
No community queries yet
The top public SQL queries from the community will appear here once available.