score
float32 1.04
1.25
⌀ | Dyula
stringlengths 10
438
⌀ | Oromo
stringlengths 10
462
|
|---|---|---|
1.24976
|
Tɔɔrɔ minw lara adamadenw kan, Ala bena o koo ɲɛnabɔ cogo di?
|
Waaqayyo rakkina ilmaan namootaarra ga'aa jiru kan hambisu akkamitti?
|
1.249661
|
i ka ɲɛnamaya kɔnɔ:
|
Bara Jireenya Kee Keessatti:
|
1.248962
|
25 U ye Zan ɲininga tugu ko: "Ni e te Ala ka Mɔgɔ wolomanin nin ye, ni e te Eli ye, walima kiraba, e do be mɔgɔw batize mun na?" 26 A y'u jaabi ko: "Ne kɔni be mɔgɔw batize jii la.
|
25 Isaan kun itti dabalanii, "Ati Kristos yookiis Eliyaas yookiis raaji cha ergs hin ta'inii maaliif cuuphxa ree?" jedhanii isa in gaafatan*.
|
1.24884
|
2Aw ka arijana kɔnɔfɛnw koo miiri, aw kana miiri diɲɛ kɔnɔfɛnw na,
|
2 Yaada garaa keessanii wanta waaqa irra jirutti hidhaa malee, wanta lafa irra jirutti hin hidhinaa!
|
1.248285
|
17Nga Yezu y'a fɔ u ye ko: "N Faa be baara la halibi, o la, ne fana b'a kɛ."
|
17 Yesuus garuu, "Abbaan kiyya hanga hardhaatti hojjachaa jira; anis hojjachaan jira" isaaniin jedhe.
|
1.248127
|
48 An ka faama kelen wala Farisièn kelen dara a la wa?
|
48 Abbootii aangoo keessaa yookaan Fariisota keessaa namni tokkolleen isatti amaneeraa?
|
1.247884
|
Tile saba lajɛnba: 'Kanuya tɛ ban fewu'!
|
Walgaʼii Naannoo "Jaalalli Matumaa Hin Badu"!
|
1.246269
|
I kana silan, baa n ye i fɛ.
|
"Egaa ani sii wajjin waanan jiruuf hin sodaatin!
|
1.245711
|
36 Simòn ni a tòɲògònw taara a ɲini.
|
36 Simoonii fi warri isaa wajjin turan isa barbaacha ba'an.
|
1.242256
|
and be ye Thankful."
|
Kaalii lagii thankz'..
|
1.241895
|
I sago ka kɛ dugukolo kan i ko a be kɛ sankolo la cogo min na.
|
Fedhiini kee akkuma samii irratti ta"e sana
|
1.240943
|
11Aw k'a filɛ yan yɔrɔ sɛbɛnɔ ka bonbon cogo min na, ne yɛrɛ bolo le y'o sɛbɛn.
|
11 Qubeewwan guguddaa akkamiitiin harkuma kootiin akkan isiniif barreesse ilaalaa.
|
1.240512
|
Aw kana hami aw fèèrèbò ko la, ko aw na mun fini don?
|
' jettanii waayee jireenya keessanii hin yaadda'inaa; Yookiin 'maal uffanna?
|
1.239227
|
Mun na Ala b'a to tɔɔrɔw ka kɛ?
|
Waaqayyo Rakkinni Akka Jiraatu Maaliif Heyyame?
|
1.238464
|
32Mariyamu sera Yezu fɛ dɔrɔn, a y'a kunbiri gwan a kɔrɔ k'a fɔ a ye ko: "Matigi, ni e tun be yan, ne balimacɛ tun tena sa."
|
32 Maariyaamis yommuu bakka Yesuus ture sana geessee isa argitetti, miila isaa irratti lafa dhooftee, "Yaa Gooftaa otoo ati asi jiraattee silaa obboleessi kiyya hin du'u ture" jetteen.
|
1.238123
|
O le y'a to an lar'a la ko i bɔra Ala fɛ."
|
Nuti, ati Kiristoos ilma Waaqayyo jiraataa akka taate ni amanna" jechuudhaan Duuka bu'oota bakka bu'ee kan deebise isadha.
|
1.238112
|
Anw b'a seereya kɛ, anw be nii banbali koo fɔ aw ye, ale min tun be ni Faa ye, ale min y'a yɛrɛ yira an na.
|
Jireenyichi mul ifameera; nuyi isa argineerra; isaafis dhugaa in baana; jireenya barabara isa abbaa bira ture, nuttis mul ifame kana isinitti in himna.
|
1.237587
|
17Nga Yezu y'a fɔ u ye ko: "N Faa be baara la halibi, o la, ne fana b'a kɛ."
|
17 Yesus garuu, "Abbaan koo amma iyyuu hojjechuutti jira, anis immoo nan hojjedha" jedhee isaanitti dubbate*.
|
1.237483
|
14 O de kosòn ne ka kanulenw, a' ye aw yèrèw kòlòsi bolibatoli ma.
|
14 Kanaaf, yaa obboloota jaallatamo waaqolii tolfamoo waaqeffachuu irraa baqadhaa.
|
1.236842
|
15 Tiɲɛ na, ne b'a fɔ aw ye ko ni mɔgɔ min ma sɔn Ala ka masaya ma i n'a fɔ denmisɛn b'a kɛ cogo min na, o tigi tena se ka don a la fewu."
|
15Ani dhuguman isinitti hima, eenyu illee mootummaa Waaqayyoo akka mucaan simatutti kan hin siman ne, itti hin galu" jedhe.
|
1.235946
|
Ne ye n yɛrɛ kɛ bɛɛ ka mɔgɔ ye waasa cogo o cogo n ka se ka dɔw kisi.
|
Hamma anaaf dandaʼametti namoota tokko tokko oolchuuf akaakuu namootaa hundaaf waan hundumaa nan taʼe.
|
1.235727
|
Zurunaliw: Kɔrɔsili Sangaso ni Réveillez-vous !
|
Barruulee Masaraa Eegumsaafi Dammaqaa!
|
1.235084
|
I kiika lata a la.
|
Kanaanis namoonni hedduun Waaqayyootti amananiiru.
|
1.23506
|
Fɛɛn si te yen min ma dan a barika la.
|
Wanni hundinuu isaan uumame; waan uumame hunda keessaas wanni isaan malee uumame tokkoyyuu hin turre.
|
1.235056
|
Kana siran, bari ne be n'i ye.
|
"Egaa ani sii wajjin waanan jiruuf hin sodaatin!
|
1.234855
|
N Faa, k'a fɔ ko i ka ne kisi nin waati tɔɔrɔ ma wa?
|
'Yaa Abbaa, sa'aatii kana jalaa na baasi' jedhuu?
|
1.234316
|
28 Nka ne mana kunun ka bò suw cèma, ne na taa aw ɲè Galile jamana la."
|
28 Ergan du'aa kaafamee booddee garuu, isin dura Galiilaa nan dhaqa" isaaniin jedhe.
|
1.233381
|
waajuli la?
|
tajaa zilajaa?
|
1.233371
|
9O la, Ala ye fɛɛn min jɛn k'a kɛ kelen ye, mɔgɔ si kana o faran."
|
9Kanaafis waan Waaqayyo walitti qabsiise, namni gargar hin baa sin!" isaaniin jedhe.
|
1.233305
|
35Mɔgɔ bɛɛ ben'a lɔn o seen fɛ ko aw kɛra ne ka kalandenw ye, ni aw be ɲɔgɔn kanu."
|
35 Jaalala yoo waliif qabaattan, kanaan namoonni hundinuu akka isin bartoota koo taatan in beeku" jedhe*.
|
1.233093
|
A ni a badenmailu tɛ bɛn."
|
maaf banyokkkk-banyokkkk deh? "
|
1.232764
|
O n'a ta bɛɛ, aw kana siran, bari a diyara aw Faa ye k'a ka masaya d'aw ma.
|
Kana keessaa hin sodaatinaa; abbaan keessan mootummaa isaa isiniif kennuu jaallateera.
|
1.232366
|
61Yezu y'a lɔn ko a ka kalandenw be ŋunuŋununa a ka kuma la minkɛ, a y'u ɲininga ko: "O ka gwɛlɛ aw fana ma wa?
|
61 Yesuusis akka barattoonni isaa waayee waan kanaa gunguman hubatee akkana jedheen; "kun isin gufachiisaa ree?
|
1.231612
|
29Nga ne be ale lɔn bari n bɔra ale lo fɛ, ale lo ye ne ci fana."
|
29 Ani garuu isa biraa dhufe; isattu na erges; kanaafis ani isa beeka."
|
1.2315
|
Nga ne sago kana kɛ, fɔɔ e sago."
|
Taʼus fedhiin koo utuu hin taʼin, fedhiin kee haa taʼu."
|
1.231253
|
37Dawuda yɛrɛ b'a wele ko ale Matigi, a do be se ka kɛ Dawuda ka deen dama ye cogo di?"
|
Egaa Daawit ofii isaatii 'Gooftaa koo' jedhee erga isa waamee, attamitti immoo ilma isaa ta'a ree?" jedhe.
|
1.231083
|
8Pilati y'o kuma mɛn tuma min na, a siranna kosɔbɛ.
|
8 Philaaxos dubbii kana yommuu dhaga'e caalchisee in sodaate.
|
1.230973
|
6Bari duniya datumo, Ala xa muso nin xe le da.
|
Jalqaba uumamaatti garuu Waaqayyo dhiira dubartiis in uume.
|
1.229354
|
Ka bò o don na, mògò si m'a ja gèlèya ka Yesu ɲininka foyi la tun.
|
Kana booddees namni tokko illee gaaffii isa gaafachuudhaaf ija hin jabaanne.
|
1.22773
|
34Ne y'o ye, o la ne ko ale lo ye Ala Deen ye."
|
34 Anis argeera; akka inni ilma Waaqayyoo ta'es dhugaa ba'eera."
|
1.227271
|
23Ni tulo be min fɛ ka mɛnni kɛ, o ka mɛnni kɛ."
|
23 Egaa, namni gurra ittiin dhaga'u yoo qabaate has dhaggeeffatu!" isaaniin jedhe.
|
1.2268
|
Ala ye kanuya de jira Hadamadenw na min ɲɔgɔn tɛ yen, a kɛlen ka a Denkɛ ci o ka na sa an kosɔn.
|
Firdiin nuuf ta'a garuu akka hin badneef Waaqayyo tokkicha ilma isaa ergee cubbuu keenyaaf akka du'u godhe.
|
1.225875
|
4An b'o sɛbɛn k'o ci aw ma waasa an ka nisɔndiya kosɔbɛ!
|
4Eegaa akka gammachuun teenya guutamtuuf jecha, kana hundumaa isiniif barreeysina.
|
1.225257
|
Masaba ka to ɲumankɛlaw fɛ."
|
Dhugumatti Rabbiin warra obsan waliin jira."
|
1.225174
|
Kibaro Diiman min bɔra Ala yɔrɔ
|
Misiraachoo Waaqayyo Biraa Dhufe
|
1.225123
|
O cogo la u tè fila ye tun, fò kelen.
|
Egaa isaan lama miti, foon tokko malee.
|
1.223876
|
Nga o kana kɛ ne sago la fɔɔ e sago."
|
Taʼus fedhiin koo utuu hin taʼin, fedhiin kee haa taʼu."
|
1.222874
|
I kɛra mɔgɔsɔbɛ ye kofitini nin na, o la, ne bena koo caaman kalifa i ma.
|
Siinqeen hiika hedduu qaba.
|
1.221803
|
2 Mun na Ala b'a to tɔɔrɔw ka kɛ?
|
2 Waaqayyo rakkinni akka jiraatu maaliif heyyame?
|
1.221496
|
58Yezu y'a fɔ u ye ko: "Tiɲɛ tiɲɛ na, ne b'a fɔ aw ye ko sanni Ibrayima ka wolo, ne tun be yen."
|
Yesus akkas jedhe, 'dhuguma dhuguman isinitti hima Abrihaam utuu hin dhalatin iyyuu ani jiran ture!
|
1.221404
|
Ɲiningali: I be ni nii banbali ye wa?
|
Gaaffii: Jireenya bara baraa qabaadhuu?
|
1.220908
|
An Faa min be sankolo la, i tɔgɔ ka boɲa.
|
Yaa Abbaa keenya Samiirra kan jiraattu maqaan kee haa qulqullaa'u.
|
1.220638
|
8 Aw bena to ni fantanw ye tuma bɛɛ, nga ne tena kɛ n'aw ye tuma bɛɛ."
|
8 Hiyyeeyyiin yeroo mara isin bira jiru; ana garuu yeroo mara na hin argattan."
|
1.220288
|
32"Ayiwa, sisan kɔni, ne b'aw kalifa Ala n'a ka nɛɛmakuma ma, see be kuma min ye k'aw sabati, ka siniɲasigi labɛn k'a bila Ala ka mɔgɔw bɛɛ ye.
|
"Ammas harka Waaqayyo isa isin jabeessu, dubbii ayyaana isaa isa qulqulloota isaa hunduma gidduutti dhaala isiniif kennuu dandda'uttis isin nan kennadha.
|
1.220179
|
I bena kɛ siya caaman faa ye.
|
Ati abbaa saba baay'ee , isheen saba baay'eedhaaf haadha in taati.
|
1.219662
|
23 O de y'a to a bangebaaw y'a fò ko: "Denmisèn tè tun, aw ka a yèrè ɲininka."
|
23 Kanaaf abbaa fi haatii isaa, "inni nama guddaadha; isuma gaafadhaa" jedhan.
|
1.219126
|
Solomani sera ka batoso lɔ k'a di Matigi ma,
|
47Sa̱a̱ jnaan Salomón juu sꞌaa wꞌaaꞌñeen cwentaaꞌ Tyꞌo̱o̱tsꞌom.
|
1.217449
|
48N'an y'a to n'a tagara ɲa, mɔgɔ bɛɛ bena l'a la, o seen fɛ, Ɔrɔmukaw bena na k'an ka yɔrɔ senuman n'an ka siya halaki."
|
48 Yoo akkasumatti isa dhiifne namni cufti isatti amana; warri Roomaas dhufanii bakka keennaa fi saba keenna nurraa fudhatu."
|
1.216594
|
Mɔgɔɲuman si te yen ni Ala kelen tɛ."
|
Waaqayyo isa tokkicha duwwaa malee, namni gaariin tokko illee hin jiru.
|
1.216574
|
Alla ka a fɔ ko: "Kɛnɛ ye bɔ!"
|
"Ho'ifadhaa!" jettee, "Ifa argaa!" ittiin jette
|
1.216273
|
Mun na aw b'aw yɛrɛ fisaya ni Masaba ka jama ye?"
|
jira; isin garuu maaliif waldaa Waaqayyoo irratti ol of qabdu ree?"
|
1.216258
|
18Ne be n yɛrɛ koo fɔ, ani Faa min ye ne ci, ale ye ne seere ye fana."
|
18 Ani ufii kiyyaaf dhugaa nan ba'a; Abbaani na erges waayee kiyya dhugaa ba'a."
|
1.215898
|
4 An bè nin kow sèbèn ka ci aw ma walisa an ka ɲagali ka dafa.
|
4Eegaa akka gammachuun teenya guutamtuuf jecha, kana hundumaa isiniif barreeysina.
|
1.215702
|
47Tiɲɛ tiɲɛ na, ne b'a fɔ aw ye ko ni min lara ne la, o tigi ye nii banbali sɔrɔ.
|
Ani dhuguman isinitti hima; kan amanu martinuu jireenya barabaraa qaba.
|
1.215631
|
‹An Faa min be sankolo la,
|
Yaa Abbaa keenya kan samii irra jirtu;
|
1.215574
|
17Kalanden bi wolonwula ni fila nunu segira ni nisɔndiya ye ka n'a fɔ Yezu ye ko: "Matigi, i tɔgɔ barika la, hali jinaw tun te se ka ban an ka fɔta ma."
|
"Namoonni torbaatamii lamaan sunis gammachuun deebi'anii, "Yaa Gooftaa, jinniiwwanilleen maqaa keetiin nuu ajajamaniiru" jedhan.
|
1.215482
|
46O la, Mariyamu ko: "Ne be Matigi boɲa n dusu la,
|
Meera akka,
|
1.215267
|
U ma taga sankolo la.
|
Samiitti hin galu.
|
1.215262
|
Maana 59nan: Mun na Dawuda tun ka kan ka boli
|
Seenaa 59: Daawit Baqachuu Kan Qabu Maaliifi
|
1.214924
|
18 Ne tena aw to aw kelen na, ne bena segi ka na aw fɛ.
|
18 Ani akka ijoollee haadhaa fi abbaa hin qabneetti isin hin dhiisu; gara keessan nan dhufa.
|
1.214412
|
MARAKA 10:4242Isa x'e kili x'a fo i ɲen xo: "Alu x'a lon xo mennu be jaatenin jamanolu kuntigolu ti, wolu be i marala i la kuntigiya la, moxobalu be i la fango yitala i la.
|
42 Yasuus yommus gara isaatti isaan waamee, "Warri saba biyya lafa kanaa abboo muutti beekaman, gooftummaadhaan akka isaan seerratan isin iyyuu in beektu; gurguddoonni isaaniis aboo isaanii isaan irratti argisiisu.
|
1.213243
|
Aw man fisa n'u ye wa?
|
Isin immoo isaan caalaatti gatii guddaa qabduu mitii?
|
1.212899
|
jɔn le bena ne dɛmɛ o la?
|
Ayaa i caawin doona?
|
1.212273
|
Gman be keen!
|
waaa jealous!
|
1.212116
|
Mɔgɔ min banna ne ra, o tigi banna ne cibaga le ra."
|
Kii maachōōnaa keey, kiiyookwoon inyeentee.
|
1.211761
|
30 Mèlèkè y'a fò a ye ko: "I kana siran, Mariyama, katuguni i ye nèèma sòrò Ala fè.
|
Ergamichis akkana jedheen "Yaa Maariyaam hin sodatiin Waaqayyoo
|
1.21162
|
and be ye Thankful."
|
Kanaaf isaaniin galateefachuufi."
|
1.211611
|
7Sisan u y'a faamu ko i ye fɛɛn minw di ne ma, k'u bɛɛ bɔra ele fɛ,
|
7 Isaanis akka wonni ati natti kennite hundumtuu si biraa dhufe amma ni beeku.
|
1.211507
|
I yɛrɛ majigi hali ni kɔrɔbɔli b'i kan
|
Qorumsa Keessa Utuma Jirtanii Illee Gad Of Deebisuu ni Dandeessu
|
1.2113
|
8Aw yɛrɛ ka taga o ɲanagwɛ nin na, ne kɔni tena taga, bari ne ka waati ma se fɔlɔ."
|
8 Isin ufii keessanii gara ayyaana sanaa dhaqaa; ani garuu waan yeroon kiyya ammallee hin ga'iniif gara ayyaanichaatti ol hin bawu."
|
1.210189
|
U b'a miiri k'olu ye kolɔnbagaw ye,
|
Ogeessota utuma ofiin jedhanii gowwooman.
|
1.210034
|
32Aw ye hinɛ ɲɔgɔn na ka koɲuman kɛ ɲɔgɔn ye, ka yafa ɲɔgɔn ma i n'a fɔ Ala fana yafara aw ma cogo min na Krista barika la.
|
Walitti kan toltan, garaas kan waliif laaftan ta'aa; akkuma Waaqayyo karaa Kiristos cubbuu keessan isiniif dhiise, isinis akkasuma waliif dhiisaa.
|
1.209874
|
10Walima n'a ye jigɛ daali a fɛ, n'a bena sɔn ka saa d'a ma?
|
10 Ama hadduu kalluunweydiisto, abeeso siinaya?
|
1.20973
|
Tiɲɛn lo ko Bibulu t'a fɔ an ye bɛnbaliyako min lo.
|
Kana ilaalchisee Kitaabni Qulqulluun wanta ibsu hin qabu.
|
1.209581
|
2Aw k'aw dusu yɛlɛ an ye.
|
2 raatotarraa kiitos.
|
1.209084
|
Jehova Seerew - An ye jɔni ye?
|
Dhugaa Baatota Yihowaa - Nuyi Eenyu?
|
1.208915
|
O ka a jaabi ko: "Ko min kɛra Yesu Nazarɛtikacɛ ra kɛ!
|
Isaanis, "Yesuusin, namicha Naazireeti" jedhan.'
|
1.208739
|
Foyi te bɔra u daa la,
|
Afaan isaanii keessa dhugaan hin jiru,
|
1.207832
|
8 Aw bena to ni fantanw ye tuma bɛɛ, nga ne tena kɛ n'aw ye tuma bɛɛ."
|
8 Na moota hiyyeessota yeroo hundumaa of biratti in argattu, ana garuu yeroo hundumaa hin argattan" jedhe*.
|
1.206933
|
41Kalanden tɔw y'o mɛn minkɛ, u dimina Zaki ni Zan kɔrɔ.
|
41 Bartoonni warri kaan kurnan yommuu kana dhaga'an, Yaaqoobii fi Yohannisitti aaruutti ka'an.
|
1.206857
|
40 Ne ye i ka kalandenw deli ko u k'a gèn, nka u ma se."
|
Ani illee akka isaan hafuuricha baasaniif bartoo ta kee gaafadheera; isaan garuu isa baasuu hin dandeenye" jedhe.
|
1.206431
|
I jigi la Jehova kan ani koo ɲuman kɛ
|
"Yihowaatti Amanami, Wanta Gaarii Taʼes Hojjedhu"
|
1.206285
|
50 Balimaw, ne bè nin fò ko: Farisogo ni joli tè se ka Ala ka masaya sòrò fewu.
|
50 Haa taʼu malee yaa obbolootaa, ani kana isinitti nan hima: Foonii fi dhiigni Mootummaa Waaqayyoo dhaaluu hin dandaʼu; inni tortorus isa hin tortorre dhaaluu hin dandaʼu.
|
1.206221
|
32 N ka mun fɔ tugu?
|
32 Kana caalaa maal dubbachuun dandaʼa ree?
|
1.205532
|
45Zuwifu minw tun nana Mariyamu fɛ, u ye Yezu ka koo kɛnin ye minkɛ, u caaman lara a la.
|
45 Kanaaf Yihuudota gara Maariyaami dhufanii waan Yesuus hojjate argan keessaa hedduun isatti amanan.
|
1.205009
|
30A tun be kumana ten minkɛ, mɔgɔ caaman lara a la.
|
30 Yesus kana yommuu dubbate, namoonni baay'een isatti in amanan*.
|
1.204281
|
4See sifa caaman be yen, nga Nii Senuman kelen le b'o di.
|
1) Kennaa hafuuraa gosa garaa garaatu jira, hafuurichi garuu tokkichuma (1Qor 12:4)
|
1.204231
|
N Faɲuman, ne b'i daali i k'u mara i tɔgɔ kosɔn i ye min di ne ma, janko u ka se ka kɛ kelen ye i n'a fɔ ne ni ele ye kelen ye cogo min na.
|
Yaa Abbaa Qulqulluu, akkuma nu tokko taane sana isaanis akka tokko ta'aniif maqaa kee isa naa kennite sanaan isaan eegi.
|
1.204221
|
Mun na Yezu nana dugukolo kan?
|
Yesus maaliif biyya lafa dhufe ?
|
1.203961
|
3Jɔn le bena se ka yɛlɛ Masaba ka kulu kan?
|
3 Bal yaa fuuli doona Rabbiga buurtiisa?
|
Dyula-Oromo_Sentence-Pairs Dataset
This dataset contains sentence pairs for African languages along with similarity scores. It can be used for machine translation, sentence alignment, or other natural language processing tasks.
This dataset is based on the NLLBv1 dataset, published on OPUS under an open-source initiative led by META. You can find more information here: OPUS - NLLB-v1
Metadata
- File Name: Dyula-Oromo_Sentence-Pairs
- Number of Rows: 45729
- Number of Columns: 3
- Columns: score, Dyula, Oromo
Dataset Description
The dataset contains sentence pairs in African languages with an associated similarity score. Each row consists of three columns:
score: The similarity score between the two sentences (range from 0 to 1).Dyula: The first sentence in the pair (language 1).Oromo: The second sentence in the pair (language 2).
This dataset is intended for use in training and evaluating machine learning models for tasks like translation, sentence similarity, and cross-lingual transfer learning.
References
Below are papers related to how the data was collected and used in various multilingual and cross-lingual applications:
[1] Holger Schwenk and Matthijs Douze, Learning Joint Multilingual Sentence Representations with Neural Machine Translation, ACL workshop on Representation Learning for NLP, 2017
[2] Holger Schwenk and Xian Li, A Corpus for Multilingual Document Classification in Eight Languages, LREC, pages 3548-3551, 2018.
[3] Holger Schwenk, Filtering and Mining Parallel Data in a Joint Multilingual Space ACL, July 2018
[4] Alexis Conneau, Guillaume Lample, Ruty Rinott, Adina Williams, Samuel R. Bowman, Holger Schwenk and Veselin Stoyanov, XNLI: Cross-lingual Sentence Understanding through Inference, EMNLP, 2018.
[5] Mikel Artetxe and Holger Schwenk, Margin-based Parallel Corpus Mining with Multilingual Sentence Embeddings arXiv, Nov 3 2018.
[6] Mikel Artetxe and Holger Schwenk, Massively Multilingual Sentence Embeddings for Zero-Shot Cross-Lingual Transfer and Beyond arXiv, Dec 26 2018.
[7] Holger Schwenk, Vishrav Chaudhary, Shuo Sun, Hongyu Gong and Paco Guzman, WikiMatrix: Mining 135M Parallel Sentences in 1620 Language Pairs from Wikipedia arXiv, July 11 2019.
[8] Holger Schwenk, Guillaume Wenzek, Sergey Edunov, Edouard Grave and Armand Joulin CCMatrix: Mining Billions of High-Quality Parallel Sentences on the WEB
[9] Paul-Ambroise Duquenne, Hongyu Gong, Holger Schwenk, Multimodal and Multilingual Embeddings for Large-Scale Speech Mining, NeurIPS 2021, pages 15748-15761.
[10] Kevin Heffernan, Onur Celebi, and Holger Schwenk, Bitext Mining Using Distilled Sentence Representations for Low-Resource Languages
- Downloads last month
- 8