score
float32 1.04
1.25
⌀ | Bemba
stringlengths 8
474
| Oromo
stringlengths 10
499
⌀ |
|---|---|---|
1.24943
|
Ici calengele abantu abengi ukumutetekela.
|
Kanaanis namoonni hedduun Waaqayyootti amananiiru.
|
1.248494
|
byobadi na kaji kamo washikata mu yabo njibo, kaingila nabo,
|
Yommuu hojjetus kophee ofittii baasee dhoqqee keessa, isaan wajjin oolee bulee hojjeta.
|
1.248421
|
No. 3 2018 _ Lelo Leza Ukutele Mutyima?
|
3 2018 _ Waaqayyo Siif ni Yaadaa?
|
1.243544
|
Nga kanshi nashuka shani ica kuti nyina wa kwa Shikulu ese kuli ine?
|
Haati Gooftaa kootii gara kootti kan dhuftu ani eenyu? ..........." jechuudhaan ishee galateeffatte.
|
1.240278
|
36 Simoni ni babena nabo babali kumusakasaka.
|
36 Simoonii fi warri isaa wajjin turan isa barbaacha ba'an.
|
1.238951
|
□ Mwane nkeba lufunjisho lwa Baibolo lwa pa nzubo.
|
□ Macaafa Qulqulluu qayyabachuu waanan barbaaduuf na haasofsiisaa.
|
1.238304
|
Ni lilali Ubufumu bwa kwa Lesa bukesa?
|
Mootummaan Waaqayyoo Yoom Dhufa?
|
1.236014
|
Uyu mwaume ayaswike ati: "Bushe kuti naishiba shani, kano umo antungulula?"
|
Namichi ammoo 'utuu namni anaaf hin ibsin attamittiinan hubachuu danda'aa? jedhee deebise.
|
1.234393
|
Aishe oya shitwa kuye, ndele kape na nande oshinima shimwe sha shitwa, eshi inashi shitwa muye.
|
Wanni hundinuu isaan uumame; waan uumame hunda keessaas wanni isaan malee uumame tokkoyyuu hin turre.
|
1.23402
|
Te kuti mubombele Lesa ne Fyuma."
|
Isinis akkasuma Waaqayyoodhaa fi horiidhaaf hojjechuu hin dandeessan" jedha.
|
1.232904
|
"Kange mutemwenga pano pa ntanda nangwa bintu bya pano pa ntanda ne.
|
Biyya lafaafi wanta biyya lafaa jaallachuutti hinhidhiinaa jedha.
|
1.230943
|
Ishibilenipo na fimbi pali ifwe na pa fyo twasumina.
|
Waaʼee keenyaafi wanta itti amannu caalaatti baradhu.
|
1.229382
|
Ino, enka ne nywene mine ya ku mutwe wenu i mibalwe yonso.
|
Isin garuu rifeensi mataa keessanii cuftinuu lakkaa'amaa dha.
|
1.228827
|
I muswelo'ka otubwanya kwiula kimfwa kya Noa?
|
Fakkeenya Nohi hordofuu kan dandeenyu akkamitti?
|
1.228328
|
"BUSHE Kapingula wa pano isonde ponse takacite icalungama?"
|
Jajjabina guddaa kanaan boqonnaan ta'a."Abbaan firdii guutummaa biyya lafaa firdii ta'u ni kenna mitii ree?"
|
1.227514
|
E ico, lombeni umwine wa mulimo wa kulobolola ukuti atume ababomfi mu mulimo wakwe uwa kulobolola."
|
hojjattoota erguuf kadhadhaa."
|
1.227305
|
Takuli Uwingabombela Bashikulu Wakwe Babili
|
Mooraa lama tajaajiluu hin danda'anii.
|
1.226983
|
(Marko 4:22) Bushe Davidi acitile shani ilyo ulubembu acitile lwaishibikwe?
|
(Mar. 4:22) Yommuu kun taʼutti, Daawit maal godhe?
|
1.22348
|
Mwene banwe mutabukile toni bulēme?'
|
T'Oraa Laa Guèère Kiikii "
|
1.223155
|
Nihakuba bulyo Tire ni sidoni kazipangiwe sinte kuhita inwe mwinako yekatulo kuhita inwe.
|
Sitam-zadon se tabiiyat kaa haal mat puucho..!
|
1.22235
|
Umutumwa Yohane alilondolwele icikakonkapo.
|
Yohannis ergamaan wanta sana booda taʼu dubbateera.
|
1.221067
|
Inoko, bamo bādi batōta pa kala bino bilezaleza bāmwene amba kudya mwita'wa kudi pamo bwa kutōta.
|
Haa taʼu malee, warri duraan waaqolii tolfamoo waaqeffachaa turan, foon sana nyaachuun waaqolii tolfamoo waaqeffachuu akka taʼe isaanitti dhagaʼama ture.
|
1.220278
|
Twitabije ne kuyuka'mba abe wi Mwine Ujila wa Leza."
|
Nuti, ati Kiristoos ilma Waaqayyo jiraataa akka taate ni amanna" jechuudhaan Duuka bu'oota bakka bu'ee kan deebise isadha.
|
1.22025
|
Kanshi natumone ifyo twingasambilila kuli Noa, Davidi na ku babomfi ba cishinka bambi aba kwa Lesa abashintilile pali Yehova kabili abacitilepo fimo pa mafya bakwete.
|
Mee gama kanaan, fakkeenya Nohi, Daawitii fi tajaajiltoota Waaqayyoo amanamoo taʼan kaan warra Yihowaatti amanamanii fi tarkaanfii sirrii fudhatanii irraa barumsa maalii akka argannu haa ilaallu.
|
1.220125
|
Watwalilile ukulapita na Leza.
|
Waaqayyoo wajjin deddeebiʼuu isaa itti fufeera.
|
1.219505
|
na kinenwa kya Leza ne na milombelo yobekilombelela.
|
Dubbii Waaqayyoo fi humna kadhannaan erga keessi keenya cabee boda.
|
1.219039
|
Alibuushishe na bafwa.
|
Namoota du'an du'aa kaase.
|
1.217743
|
Alandile no kuti: "Mwilaba ne mpatila ku banenu, muleke icipyu no bukali no kootoka no musaalula pamo no bubi bonse."
|
Sagaleen Waaqayyoo "Hadha'ummaa, dheekamsi, aariin, waci, maqaa wal balleesuun, hamminni hundinuu isin irraa haafagaatu.
|
1.217362
|
12 Langa'po shi ubape mulunda nobe kyabuntu kya mvubu.
|
12 Michuu keetiif kennaa gatii guddaa qabu tokko kennite haa jennu.
|
1.216288
|
"Kadi nkatūla lwana pa bukata bwa abe ne mwana-mukaji ne pa bukata bwa lutundu lobe ne lutundu lwandi.
|
Si'iifi dubartiittii gidduutti, sanyii kee fi sanyii ishee gidduutti diinummaa nan taasisa.
|
1.215724
|
4Uko ndeya, inshila mwaliishiba."
|
4Lafa ani dhaqu, karicha achi geessus in beektu" jedhe.
|
1.21496
|
I bika byoketufwaninwepo kulonga na kyabuntu kyetu kya bwanapabo bwa kwitongela?
|
Mirga filannoo keenya matumaa maal gochuu hin qabnu?
|
1.214892
|
Shi mwadi mundyukile, mwadi ba kuyuka ne Tata."
|
Utuu ana beektaniittu taʼee, Abbaa koos ni beektu turtan" jedhee deebiseef.
|
1.213928
|
Bushe tamwaficila ukucindama?"
|
isin kumatamarra Girma tokkocha naa caala" enyutu jedhee?
|
1.212129
|
Twitabije ne kuyuka'mba abe wi Mwine Ujila wa Leza."
|
Kunis akka ati Waaqa biraa dhufte nu amansiisa."
|
1.211783
|
Mubiike ukutemwa kwenu pa fintu fya mu mulu, te pa fintu fya pa calo.
|
Isa lafa geessanii yaadaa malee; yaada keessan wanta isa lafarraa jiruuttii hinhidhiinaa.
|
1.211155
|
Bushe Baibolo Yalicindama Muno Nshiku?
|
Macaafni qulqulluun yeroo ammaa faayidaa qabaa?
|
1.21108
|
umwita bu Mfumwami, le penepo bibwanika namani ekale wandi mwana?"
|
Egaa Daawit ofii isaatii 'Gooftaa koo' jedhee erga isa waamee, attamitti immoo ilma isaa ta'a ree?" jedhe.
|
1.209553
|
pa mushipiditu, tutengele na kipyupyu boloke botukulupile butamba ku lwitabijo.
|
Nuyi karaa Hafuura Qulqulluu abdii qajeelotatti lakkaa'amu amantii keessaa eeggachaa jirra.
|
1.209049
|
12 Apo tatwapwililika, bonse fye tulalufyanya.
|
12 Mudaa kan qabnu waan taaneef, hundi keenya cubbuu ni raawwanna.
|
1.208968
|
10 Nakabili ukulicefya kungatofwako 'ukukomeka ukubifya ku fiweme.'
|
10 Kana malees, gad of deebisuun 'hamaa gaariidhaan moʼuu keenya itti fufuuf' nu gargaaruu dandaʼa.
|
1.208881
|
mu bumi bwenu:
|
Bara Jireenya Kee Keessatti:
|
1.206392
|
11 Vino Davidi ataakweti amaka ya kucita: Davidi ataakweti amaka yakusisyapo vino wacisile.
|
11 Wanta Daawit gochuu hin dandeenye: Daawit wanta raawwate duubatti deebisuu hin dandaʼu ture.
|
1.20577
|
Kabili, amabumba ya mu muulu yalemukonka pali bakabalwe ababuuta, kabili bafwele insalu ishabuuta, isha busaka, ishisuma.
|
Loltuun waaqa keessa immoo uffata quncoo talbaa adii fi qullaa'aa uffatani fardeen adadii irra ta'aani isa duukaa in bu'an.
|
1.205412
|
Mufwaninwe kubutulwa monka.
|
Lammaffaa dhalachuutu si barbaachisa.
|
1.205331
|
Mufwile ukufyalwa cipya.
|
Lammaffaa dhalachuutu si barbaachisa.
|
1.203731
|
3 Lelo i bibi kwipangula mwanda waka Leza ulekele'ko masusu?
|
3 Waaqayyo rakkinni akka jiraatu maaliif heyyame jedhanii gaafachuun dogoggoradhaa?
|
1.203115
|
Inoko, noñanga bukomo bwa kutamija buswe bwa bwine Kidishitu pa bantu bonso.
|
Kanaa mannaa namoota hundumaatti jaalala Kiristiyaanummaa argisiisuufan carraaqa.
|
1.202039
|
Natulande pali Yuodia na Suntuki, Abena Kristu abaliko mu nshita ya batumwa.
|
Mee waaʼee Kiristiyaanota jaarraa jalqabaa Ewodiyaa fi Sinxiikee jedhamanii haa ilaallu.
|
1.202023
|
Kebādipo bakulupile mu lusangukilo nansha kwikala'ko kwa bamwikeulu.
|
Qulqulloonni fi toloonni erga du'anii booda yookiis ergamoonni Waaqayyoo namaa kadhachuu hin danda'an.
|
1.201605
|
"Pano e pasokokēle buswe bwa Leza kotudi, amba Leza watumine wandi Mwana wa bunka mu ino ntanda mwanda wa tumone būmi kupityila kudi aye.
|
Waaqayyo akka nuyi isaan jireenya argannuuf, tokkicha ilma isaa gara biyya lafaatti erge;kanaan jaalalli Waaqayyoo nu gidduutti in mul'ate."
|
1.200539
|
Inga intungulushi sha mapepo shena shikacita shani?
|
Geggeessitoonni amantiihoo yeroo kanatti maal godhu?
|
1.200186
|
Lelo Balezilai wālombwele namani amba i mutūkanye?
|
Baarzilaayi nama gad of deebisu taʼuu isaa kan argisiise akkamitti?
|
1.200137
|
Magazini ya Ulupungu lwa kwa Kalinda na Loleni!
|
Barruulee Masaraa Eegumsaafi Dammaqaa!
|
1.199747
|
Impaanga shandi shilomfwa ishiwi lyandi, na ine nalishiishiba, na sho shilankonka.
|
"Hoolonni koo sagalee koo in dhaga'u, ani isaan beeka, isaanis na duukaa in bu'u.
|
1.19864
|
Atile: "Kuti naishiba shani, kano umo antungulula."
|
Namichi ammoo 'utuu namni anaaf hin ibsin attamittiinan hubachuu danda'aa? jedhee deebise.
|
1.197988
|
"Eshi shomukesari, shi peni omukesari, naasho shaKalunga, shi peni Kalunga."
|
"Wanta kan Qeesaar taʼe Qeesaariif, wanta kan Waaqayyoo taʼe immoo Waaqayyoof kennaa.
|
1.197557
|
ino wekolele aye mwine ne kwikala mu muswelo wa bu umpika, waikala muntu.
|
Inni ulfina sana gad dhiisee , akka waan , waan tokkotti hin galle of godhe; bifa garbummaa in fudhate; fakkaattii namummaatiin in dhalate , waan hundumaanis nama ta'ee argame .
|
1.197439
|
Bine butyibi bwandi kebusokolwapo ne mashinda andi nao keayukwapo!"
|
Karaa isaa namni faana dhahee hin hubatu!"
|
1.196817
|
Finshi Davidi acitile pa kuti abe cibusa wa kwa Lesa na kabili?
|
Daawit hariiroo Yihowaa wajjin qabu kan haaromse akkamitti?
|
1.196773
|
ino wekolele aye mwine ne kwikala mu muswelo wa bu umpika, waikala muntu.
|
Inni ulfina sana gad dhiisee, akka waan, waan tokkotti hin galle of godhe; bifa garbummaa in fudhate; fakkaattii namummaatiin in dhalate, waan hundumaanis nama ta'ee argame.
|
1.196152
|
Lelo Bikokejika Kwikala na Buswe Bwampikwa Kukankalwa?
|
Jaalala Hin Badne Qabaachuun Ni Dandaʼamaa?
|
1.196126
|
Lelo Davida wālongolwele namani kipwano kyandi na Yehova?
|
Daawit hariiroo Yihowaa wajjin qabu kan haaromse akkamitti?
|
1.195993
|
Muli aya mafunde yabili e mwashintilila Amalango yonse na bakasesema" (Mateo 22:35-40).
|
Seerrii fi barsiissi raajotaa hundinuu abboommii kana lamaan irra dhaabatanii jiru jedhen."
|
1.195467
|
Kanshi iciputulwa calenga busano ica cimpashanya ico Daniele amwene, buteko bwa Britain na America.
|
Kanaaf, kutaan shanaffaa bifa fakkeenyaa Daaniʼel ibse Mootummaa Addunyaa Angiloo Ameerikaadha.
|
1.195448
|
36 Penepo shi Mwana wemupe bwanapabo, nankyo mukekala bine banapabo.
|
36 Kanaaf yoo ilmi bilisa isin baase, isin dhugumayyuu bilisa ni baatu.
|
1.195081
|
Mulukutontomeka pali fyefyo mungakonsha ukucita, talipo ni pali fyefyo tekuti mukonshepo ukucita." *
|
Wanta gochuu hin dandeenye irratti utuu hin taʼin, wanta gochuu dandeessan irratti xiyyeeffadhaa."*
|
1.194999
|
24 "I kutupu ubwanya kwingidila bamfumwandi babidi
|
24"Namni gooftaa lama tajaajiluuz
|
1.194996
|
40 Lelo nomba mulefwaya ukunjipaya, ne muntu uwamweba icine ico naumfwile kuli Lesa.+ Abrahamu tacitile ifi iyo.+ 41 Imwe citeni imilimo ya kwa shinwe."
|
40Ani dhugicha isan Waaqayyo irraa dhaga'e isinitti himeera; isin garuu ana nama akkasii ajjeesuu barbaaddu; Abrahaam akka kana hin hojjenne.
|
1.194897
|
Ukamona ifyacila pali ifi."
|
Waan kana caaluyyuu arguuf jirta."
|
1.194572
|
Ututungulule munshila iyaololoka.
|
Daandii qajeelaatti nu qajeelchi.
|
1.194369
|
I binebine nemulombola'mba, umpika katabukilepo mfumwandi bukatampe, nansha yewa utuminwe kutabuka yewa umutumine bukatampe.
|
16 Ani dhuguma isinitti hima; tajaajilaan tokko gooftaa isaa hin caalu; yookaan ergamaan tokko kan isa erge hin caalu.
|
1.194332
|
We Shifwe waba mu mulu, Shina lyobe licíndikwe.
|
Yaa Abbaa keenya Samiirra kan jiraattu maqaan kee haa qulqullaa'u.
|
1.193761
|
Muli aya mafunde yabili e mwashintilila Amalango yonse na bakasesema" (Mateo 22:35-40).
|
Seerrii fi barsiissi raajotaa hundinuu abboommii kana lamaan irra dhaabatanii jiru' jedhen."
|
1.193164
|
Tubwanya kumona uno mwanda mu muswelo wādi wikele Leza na muzo wa Isalela.
|
Kanas akkaataa Waaqayyo saba Israaʼel itti qabe irraa hubachuun ni dandaʼama.
|
1.193063
|
Njibo yenu ibemushilwa."
|
Gariin keessan garii irraayyi" jechuun isaaniif owwaate.
|
1.192104
|
Tubwanya kwikwatyila butyibi batwe bene kwampikwa kuningila bakwabo bakwate butyibi na bwetu (Tala musango 15)
|
Warri kaan ilaalcha keenya akka fudhatan utuu hin dirqisiisin murtoo gochuu dandeenya (Keeyyata 15 ilaali)
|
1.191857
|
Lyena tukamonako uko Babiloni Mukalamba akonaulwa, ne fyo Goge wa mu calo ca Magoge akasansa abantu ba kwa Lesa, ifyo inkondo ya Armagedone ikatendeka, e lyo ne fyo bakapoosa Satana ne fibanda fyakwe mu cilindi cabula impela.
|
Achiis yommuu Baabilon Guddittiin balleeffamtu, Goog inni biyya Maagoog yommuu lola kaasu, waraanni Armaagedoon yommuu jalqabu, akkasumas Seexanniifi hafuuronni hamoon iddoo isa lafa jalaatti yommuu darbataman arguuf jirra.
|
1.191816
|
Na kabili tapali ifyo twingacita pa kuti "ubucushi ubukalamba" bwise bwangu.
|
Akkasumas yeroo "rakkinni guddaan" itti jalqabu saffisiisuuf homaa gochuu hin dandeenyu.
|
1.19163
|
Cinshi Lesa Asuminishisha Ukucula?
|
Waaqayyo Rakkinni Akka Jiraatu Maaliif Heyyame?
|
1.191624
|
Ili e funde ilikalamba kabili e lya ntanshi.
|
Abboommiin hundumaa irra caalu inni duraa isa kana.
|
1.191624
|
Ili e funde ilikalamba kabili e lya ntanshi.
|
Abboommiin hundumaa irra caalu inni duraa isa kana.
|
1.191364
|
Kanshi icasuko kuli yalya mepusho yatatu ni ee.
|
Kanaafuu, deebiin gaaffiiwwan sadan kanaa eeyyee kan jedhu taʼa.
|
1.191343
|
Lelo Ubwanya Kushinta Milangwe Yobe?
|
Yaada kee jijjiiruu ni dandeessa?
|
1.191241
|
Aliyo u Balaba oli nsambo!
|
Sharxiin hajjiin wajjabduun yookaa nama qabduun torba, isiin:
|
1.191113
|
Pa kino bonso bakayuka'mba mwi bami bana ba bwanga - shi mudi na buswe umbukata mwenu." - Yoano 13:33-35.
|
Ragaa Duukabuutummaa " Jalala yoo waliif qabattan, kanaan namoonni hundinuu akka isin bartoota koo taatan in beeku" Yohaannis 13:35
|
1.190355
|
Bushe mwalibelenga bwino bwino magazini ya Ulupungu lwa kwa Kalinda iya nomba line?
|
KDA walinda mallilaa igena gannee??
|
1.190295
|
Awe mu malango monse Mose atwebele ababefi ku bapola amabwe: inga kanshi imwe muleti shani?"
|
5 Museen seera keessatti, dubartoota akkasii dhagaadhaan rukunnee akka ajjeefnu nu abboomeera; egaa ati im moo maal jetta?" jedhan*.
|
1.19
|
(trg) ="5"> Mutanchi wa Kufunjisha Baibolo Bantu Bonse 4
|
(trg) ="5"> Sagantaa Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Namoota Hundaaf 4
|
1.189355
|
Ili e funde ilikalamba kabili e lya ntanshi.
|
Ajajni isheen duraa fi guddaan kanadha.
|
1.189038
|
Wilaskamana pantu nine Lesa obe.nkaku kosha.
|
Ani waaqayyo kee ti hin na'in!
|
1.188657
|
17 Natulande na pali mukamfwilwa umupiina uwaliko ilyo Yesu ali pano calo.
|
17 Dubartii hiyyeettii abbaan manaa irraa duʼee fi bara Yesuusitti turtes yaadaa.
|
1.188566
|
Maria Bali Kuta (Bali):
|
Meera akka,
|
1.188517
|
kwa Adamu) "E iwe Adamu!
|
"Banii aadanoow!
|
1.188464
|
Na ine ndashipeela umweo wa muyayaya, kabili tashakonaulwe nakalya, kabili takuli uukashisompola mu minwe yandi.
|
Innis: Ani jireenya bara baraa isaaniif nan kenna, isaan bara baraan hin badan, namni tokko illee harka koo keessaa isaan hin butatu*.
|
1.188174
|
Bine butyibi bwandi kebusokolwapo ne mashinda andi
|
Akka inni itti murtoo godhu, namni qoree bira hin ga'u! karaa isaas namnni faana dha'ee hin hubatu!
|
1.187871
|
Mwene banwe mutabukile toni bulēme?'
|
Isaan kana irra kan caalu iyyuu arguuf jirta" jedheen.
|
1.187351
|
Nde mwebe cine cine, nati, umusha tacilapo pali Shikulu wakwe, nangu ni nkombe tayacilapo pa waitumine.
|
16 Ani dhuguma isinitti hima; tajaajilaan tokko gooftaa isaa hin caalu; yookaan ergamaan tokko kan isa erge hin caalu.
|
1.186816
|
mu mafuku a mulopwe Heloda,
|
2 Bara mooticha Herodisi keessa,
|
1.186816
|
"Tetekela Yehova no Kucita Icisuma"
|
"Yihowaatti Amanami, Wanta Gaarii Taʼes Hojjedhu"
|
Subsets and Splits
No community queries yet
The top public SQL queries from the community will appear here once available.